Back

Explore every episode of the podcast SBS Afaan Oromoo

Dive into the complete episode list for SBS Afaan Oromoo. Each episode is cataloged with detailed descriptions, making it easy to find and explore specific topics. Keep track of all episodes from your favorite podcast and never miss a moment of insightful content.

Rows per page:

1–50 of 129

TitlePub. DateDuration
#79 Talking about visas (Med) - #79 Visa irraa dubbachuu(giddu-gala afaanii)05 févr. 202500:15:14
Learn how to talk about your visa status. - Dhimma Visa irraa dubbachuun afaanis achuumaan ni baratama.
Are you breaching copyright when using social media? - Yeroo saba himaalee (social media) fayyadamtan mirga abbummaa(copy right) cabsaa jirtuu?05 févr. 202500:12:04
Have you ever shared someone else’s video or music on social media without their permission? Chances are you were infringing their copyright. Understanding how copyright is applied will help you avoid awkward situations and potentially serious consequences. - Video ykn muuziqaa kan nama biroo hayyama abbichaa malee sabaa himaalee irratti namoota kaaniif qooddee beektaa? Kun seera mirga abbummaa (copy right) cabsuu jedhama. Akkaataa mirgi abbummaa itti hojjii irra oolu hubachuun haalawwan rakkoo sitti fiduu danda'anii fi itti baha hin malle irraa akka baraaramtu si gargaara.
#78 Talking about holidays (Med) - #78 Waa'ee yeroo boqonnaa irraa dubbachuu(Med)29 janv. 202500:14:00
Learn how to talk about recent holiday or trip. - Dhiheenya kana bakka bashannanaa ykn boqonnaaf deemtan taha. Mee waa'ee isaa irraa waliin dubbachuun wal irraa baradhaa.
Understanding shared housing in Australia - Australia keessatti mana jireenyaa waliinii hubachuu29 janv. 202500:10:09
Shared housing is becoming increasingly popular in Australia, as more people look to reduce rental costs. So, what key factors should you consider when searching for shared accommodation, and how can you avoid potential scams? - Australia keessatti namoonni baay’een baasii kiraa manaa qusachuuf mana tokko namoota biroo waliin qooddachuu waan barbaadaniif manneen waliinii jireenyaa(shared housing) hedduu jaallatamaa dha. Kanaafuu, akkamittiin gowwomsaa(scam) wanneen tahanii akka of irraa ittistu dabalee, mana waliin jireenyaa yeroo murteeffattu wanneen ilaaluu qbdutu jiran.
Guyyaa Eebbaa Ijoollee Oromoof addatti qopheessuun maatii fi ijoolleef bu'aa qaba - obbo Aliyyee Galatoo22 janv. 202500:10:32
Guyyaan Eebbaa (graduation day) Ijoollee Oromoof addatti hawaasa keessatti qopheessuun maatii fi ijoolleef bu'aa qaba - obbo Aliyyee Galatoo.
What does January 26 mean to Indigenous Australians? - Abboottii Dachee Australiatiif Amajjii 26 jechuun maali?22 janv. 202500:08:49
In Australia, January 26 is the national day, but the date is contentious. Many migrants who are new to Australia want to celebrate their new home, but it’s important to understand the full story behind the day. - Australia keessatti, Amajjiin 26 guyyaa biyyaalessaa ti, gruu guyyaan kun wal falmisiisaa dha. Godaantoti hedduun Australiatiif haaraa tahan Guyyaa biyya isaanii haaraa kana kabajatuu barbaadu garuu Guyyaa kana duubaan seenaa jiru guutummaatti hubachuun barabaachisaa dha.
#77 Setting up a tent (Med) - #77 Bakka bashannanaatti dahoo ijaarrachuu(giddu-gala afaanii)15 janv. 202500:15:28
Learn how talk about setting up a tent. - Bakka bashannanaatti namootni dahoo(Tent) ijaarratu. Asi irratti waa'ee dahoo kanaa waliin dubbachuun afaan akka wal irraa baratamu hubattu.
Are you in need of crisis accommodation? - Mana Jireenyaa hatattamaaf barbaaddaa?15 janv. 202500:13:38
If you are homeless or at risk of becoming homeless it can be difficult knowing who to ask for a safe place to go. You don’t have to feel isolated, and there is no shame in asking for help. There are services that can point you to crisis accommodation and support, wherever you are. - Yoo man-dhabilee taatee jirta tahe ykn man-dhabilee tahuuf jirta tahe bakka siif tahu turtu eenyuun akka gaafattu beekuu dhabuun si rakkisuu danda’a. Qofummaan sitti dhagahamuu hin qabu, gargaarsa gaafachuunis qaanii miti. Yeroo mana hatattamaaf (crisis accommodation) si mudatu bakka kami illee yoo jiraatte Australia keessa gargaarsa ni jira.
Waggaa Haaraatti Maatii koof Waan haaraan taheera- PHD Araarsoo Ol'aanii08 janv. 202500:05:54
Kaadhimamaan PHD, Araarsoo Ol'aanii Monashi University irraa Ayyaanii Dhalchuu Kiristoos ayyaana hiikaa gdi fagoo anaa fi maatii koof qabu dha jedhe.
Ayyaantuu Damee Waggaan kun anaaf maatii koof adda jedhte08 janv. 202500:05:16
Ayyaantuu Damee, Guyyaa dhaloota Kirstoos maatiidhumaan kabajna jechuun nutti himte. Bara kana Guyyaa Dhaloota Kirstoos (Christmas) dirqama hojii irra turte, mucaa ilmaas deessiste. Waan gaariin tahee arguun qalbii koo gammachiise, maatii mucaa saniis gammachiise. Anis hojii booda maatii koo waliin yeroo Ayyaanaa gaariin dabarse jedhti.
Understanding sexual consent: Why it matters for everyone - Roorroo saalummaa hubachuu: Maaliif dhimma nama hunda tahuu qaba?08 janv. 202500:12:50
Understanding sexual consent doesn’t have to be overwhelming—it’s a set of skills, like empathy and communication, that anyone can learn. By having open conversations, we can build a shared understanding that fosters healthy, respectful relationships for everyone. - Hayyama saalaa hubachuun humna namaa ol ta’ee mul''atuu hin qabu- tuuta dandeettiwwanii ti. akkuma namaaf yaadu fi walqunnamtii, namni kami iyyuu barachuu danda’uu dha. Haasaa banaa gochuudhaan hubannoo waliinii kan nama hundaaf hariiroo fayya qabeessa, kabajamaa guddisu ijaaruu dandeenya.
Pastor Paawuloos Ol'aanaa Dubbifne08 janv. 202500:06:56
Pastor Paawuloos Ol'aanaa Ayyaana Christmas( Dhaloota Kirstoos) fi waggaa haaraa ilaalchisee dhaamsa dabarsan.
#76 Getting a gift (Med) - #76 Kennaa fudhachuu (Giddu-gala Afaanii))11 déc. 202400:12:44
Learn how to talk about getting a gift for someone. Plus, find out what the Secret Santa tradition is all about. - Akkamiin akka kennaa namaaf bitan irraa dubbachuun afaan barachuu. Waa'ee kennaa ilaalchisee Saantaan maal of keessatti qabaata kan jedhus bartu.
Understanding Indigenous knowledge of weather and seasons - Beekumsa Abbootii Dachee kan qilleensaa fi tibbaa11 déc. 202400:10:52
You’re probably familiar with the four seasons—Summer, Autumn, Winter, and Spring—but did you know that First Nations people have long recognised many more? Depending on the location, some Indigenous groups observe up to six distinct seasons each year. - Tarii tibbanoota afran ni beekta taha – Bona, Arfaasaa, Gannaa fi Birraa – garuu ummatootni Saboota .Jalqabaa yeroo dheeraa irraa jalqabanii kana caalaa akka isaan beekan ni beektaa? Bakka jiraatan irratti hundaawee gartuun Abbootii Dachee tibbanoota hanga jahaa gahan waggaatti yeroo hunda ni argan.
#75 Discussing eyesight and vision (Med) - #75 Arguu fi ilaaluu irraa dubbachuu (giddu gala afaanii)04 déc. 202400:14:39
Learn how to talk about eyesight getting worse. Plus, find out why people with lighter eye colour have a higher risk of UV damage. - Ilaaluu iji waa ilaalee sammuutti dabarsa sammuun ni arga. Iji ilaalu kun dadhabaa gaafa dhufu namootni waliin dubbatan dhagahuun afaannis irraa baratama. Akkasumas namootni bifti ija isaanii ifa inni qabu irraa carraa balaqqee aduuf saaxilamuuf carraa badaa akka qabanis hubattu, waa hundaafuu waliin dubbannaa kana dhaggeeffachuu keessa afaan fooyyeffattu.
Understanding how pharmacies operate in Australia - Australia Keessa akka itti Faarmaasiin hojjetu Hubachuu04 déc. 202400:13:39
In Australia pharmacists dispense prescription medications and provide healthcare advice, educating the community on the use of medicines and disease prevention. - Australia keessa faarmaasistootni qoricha namaa ajejame kennu, qorsa fayyaa kennu akkasumas akkaataa qorsa kana itti fudhatanii fi dhibee of irraa ittisan irratti gorsaa fi barumsa ni kennu.
#74 Talking about your pet peeves (Med) - #74 Amaaloota Adurree nama aarsan (Giddu-gala Afaanii)27 nov. 202400:11:22
Learn how to talk about things that annoy you. - Amaloota isin aarsan irraa dubbachuun afaan baradhaa. Adurree mana keessaa warri qabdan, adurreen keessan amala akkam qabu?
Country-led design in Australian cities: what is it and why does it matter? - Tolchinni-biyyaa magaalota Australia keessaa: Maal jechuu dha, maaliif barbaachisu?27 nov. 202400:14:10
Country is the term at the heart of Australian Indigenous heritage and continuing practices. The environments we are part of, carry history spanning tens of thousands of years of First Nations presence, culture, language, and connection to all living beings. So, how should architects, government bodies and creative practitioners interact with Indigenous knowledge when designing our urban surroundings? - Biyya jechuun wiirtuu hambaa Abbootii Dachee Australia durii fi gochaalee itti fufiinsa qabu jechuu dha. Naannowwan nuti keessa jiraatnu, seenaa waggoota kuma kudhaniin lakkaa’aman kan Saboota Duraa argamu isaanii, aadaa, afaan, fi walitti dhufeenya lubbu qabiiyyee hunda waliin qaban qabatanii deemu ti. Kanaafuu, arkiteektonni, qaamoleen mootummaa fi hojjettoonni yeroo naannoo magaalaa keenyaa tolchan beekumsa Abbootii Dachee waliin akkmitti walitti dhufeenya qabaachuu qabu?
#73 When public transport goes wrong (Med) - #73 Geejjiba Ummataa yoo rakkoon mudatu(Med)06 nov. 202400:14:34
Learn how to communicate when using public transport, particularly when there are disruptions. - Geejjiba uummataatti dhimma bahuu ilaalchisee akkamiin akka waliin dubbatan. Keessattuu yeroo Geejjibni uummataa rakkoo argatu ykn yeroo isaan argamuu dhiisu. waliin dubbannaa kana keessatti afaan fooyyeffachuuf isin gargaara.
First homebuyer’s guide: Getting a home loan in Australia - Qajeelfama jalqabaaf mana kan bitataniif: Australia keessatti liqaa maallaqaa argachuu06 nov. 202400:12:48
For first-time borrowers, the home loan application process can feel overwhelming. Learn the basics around interest rates, the application process and government support you may be eligible for in Australia. - Namoota jalqabaaf mana bitachuuf maallaqa liqqeeffachuu barbaadaniif adeemsi iyyatnaa galchachuu tarii qalbii jeequu danda'a. Australia keessatti sobbooqa ilaalchisee yaadota bu'uuraa tokko tokko akkasumas adeemsa iyyatnoo galchachuun of keessaa qabuu fi gargaarsa mootummaaf tarii gahaa tahuu kee iyyaafadhu.
#72 Talking about which team sport to join (Med) - #72 Garuu spoortiitti dabalamuuf waliin dubbachuu(giddu-gala afaanii)30 oct. 202400:13:53
Learn how to describe social team sports and choose one that is right for you. - Spoortii garee hawaasummaa akkamii akka jiran ibsuu baradhu, kamtu akka siif tahus filadhu. Waliin dubbannaa kana keessa afaan inglishii hedduu fooyyeffatta.
Thinking of installing solar panels? Here's what you need to know - Solar mana keessani irra kaa'uu barbaadduu? waan beekuu qabdantu jira.30 oct. 202400:08:57
Australia's warm climate offers an abundant supply of solar energy year-round, making solar power an increasingly significant contributor to the nation's electricity supply. Learn what the requirements are for installing solar power systems in your home. - Haalli qilleensaa ho’aa Australia waggaa guutuu humna aduu baayyee kan dhiyeessu yoo ta’u, waggoota dhiyoo asitti humni aduu dhiyeessii humna ibsaa biyyattii keessatti gumaacha guddaa akka qabaatu taasiseera.Humna aduu ykn solar mana keef qabaachuuf ulaagaalee barbaachisan asi irraa hubatta.
#71 Talking about being scammed (Med) - #71 Waa'ee Scam irraa dubbachuu(giddu-gala afaanii)23 oct. 202400:14:16
Learn how to communicate about suspicious messages and scams. - Dhaamsa gowwomsaa ykn Scam irraa waliin dubbachuun achuumaan afaan barattu.
The impacts of First Nations tourism - Imalchiisa(Turizimii) Saboota Jalqabaa23 oct. 202400:12:59
Are you seeking a truly impactful Australian travel experience? Whether you’re seeking wilderness, food, art or luxury, there are plenty of First Nations tourism adventure that you can explore, led by someone with 65,000 years of connection to this land. Not only will you deepen your experience, but you’ll help drive cultural and economic opportunities for First Nations communities. - Muuxannoo imala Australia dhugummaan raajumsaa qabu barbaadduu? Lafa bosonaa, nyaata, aartii ykn qananii barbaaddanis, nama waggoota 65,000f lafa kanaan walitti dhufeenya qabuun durfamu, adeemsa imalchiisa Saboota Duraa kanneen qorachuu dandeessan hedduu dha. Muuxannoo kee gadi fageessuu qofa osoo hin taane, hawaasa Saboota Jalqabaa carraa aadaa fi dinagdee oofuuf ni gargaarta.
#70 Talking over a BBQ (Med) - #70 Yeroo BBQ irratti waliin dubbachuu (Med)16 oct. 202400:11:53
Learn how to describe cooking at a barbecue. - BBQ yeroo bilcheeffatan akkaataa waliin dubbatan, achumaan afaan wal irraa baratan.
Understanding vaccination rules for children in Australia - Seera talaallii daa’imman Australia keessaa hubachuu16 oct. 202400:11:58
Did you know that one in five children is at risk of dying from a disease that is now preventable through vaccination? Australia’s vaccination program helps to prevent severe outcomes from many childhood infections. To access family support payments—and in some states, childcare services—your child must be fully immunised according to the national schedule. - Daa'imman shan keessaa tokko dhukkuba amma talaalliin ittifamuu danda'uun du’aaf akka saaxilaman beektu? Sagantaan talaallii Australia dhibee hamaa daa’’imummaati ijoollee qabuu irraa ittisuuf gargaara. Kaffaltii deeggarsa maatii argachuuf- akkasumas kutaalee biyyaa tokko tokko keessatti, tajaajila kunuunsa daa’immani argachuu- daa’imman keessan akkaataa sagantaa biyyaalessaatti guutummaatti talaallii fudhachuu qaban.
#69 Getting a haircut (Med) - #69 Rifeensa cirachuu (Med)04 sept. 202400:17:10
Learn how to talk to your hairdresser about getting your hair cut. - Warreen rifeena isinii sirreessan waliin akkamitti akka dubbattan olitti dhaggeeffachuun afaan barattu.
Embracing the wisdom of traditional Indigenous medicine - Qoricha ykn qorsa aadaa beekuu fi kabajuu04 sept. 202400:13:23
Understanding and respecting Indigenous knowledge of medicine may be the key to providing more holistic and culturally sensitive care in today's healthcare setting. - Qorichi ykn qorsi aadaa Abbootii dachee ijaarama Kunuunsa fayyaa yeroo ammaa keessatti hubatamuu fi ilaalchi gati-qabeessi itti kennamuun fayyisuummaa waliigala tahe kennuuf furtuu dha.
MiniPod: I’ve been everywhere | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: I’ve been everywhere | Pronunciation practice with Janice27 août 202400:06:45
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /uː/ and /əʊ/ (flu and flow). - In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /uː/ and /əʊ/ (flu and flow).
MiniPod: Roses are red | Pronunciation practice with Janice - Barmoota: Roses are red | jedhuun Janice waliin loqoda shaakaltu27 août 202400:08:16
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /r/ and /v/. - Barmoota daqiiqaa shan keessatti Janice Peterson dhaggeeffachuu fi hordofuun akkaataa loqoda itti waa yaamtanii fooyyeeffattu. Akeeki barmoota kanaa akkaataa /r/ and /v/ fayyadamtan barattu.
MiniPod: We light a new light | Pronunciation practice with Janice - Barmoota jecha We light a new light jedhu kanaan Janice waliin loqoda shaakaltu27 août 202400:07:24
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /l/ and /n/. - Barmoota daqiiqaa shanii kana keessatti Janice Peterson dhaggeeffachuu fi duukaa bu'uun loqoda akkaataa itti waa yaamtan barattu. barmootni kun akkaataa /l/ and /n/ fayyadamtan barattu.
#63 Taking a dog to the park (Med) - #63 Taking a dog to the park (Med)21 août 202400:15:47
 Learn how to talk about your dog at a dog park. - Sareen keessan qilleensa gaarii akkuma keessan barbaaddi. Waliin hiriyaa waliin yeroo waa’ee saree keessan fudhattanii deemuu haasoftan afaan Inglishii keessan fooyyeffattu, kan caqastan irraa.
Vaping: prevalence, risks, and helping your teenager quit - Hammeenya vaping fayyaa irratti fiduu fi akkamiin ijoolleen keessan xuuxuu akka dhaaban gargaartu21 août 202400:12:14
Major regulatory changes in 2024 have brought about restricted access to vaping products in Australia. The crackdown on what is dubbed a “major public health issue” could lead to an increased number of teens seeking support to overcome the nicotine addiction, experts think. Learn about the health risks and ways to help young people in their quitting journey. - Jijjiiramni danbii gurguddaan bara 2024tti Australia keessatti tahe oomishaalee vaping argachuun daangeffamuu fideera. Tarkaanfiin waan “dhimma fayyaa hawaasaa guddaa” jedhamee ibsame irratti fudhatame kun dargaggoonni araada nikootiinii kana mo’uuf deeggarsa barbaadan heddummachuu danda’a jedhu ogeeyyiin. Balaa fayyaa irraan gahuu fi karaalee ittiin dargaggoonni akka xuuxuu dhaaban gargaartan baradhaa.
#68 Discussing the news (Med) - #68 oduu dhaggeeffattan keessatti seenotni dhageessan miira akkam isinii kennu (Med)14 août 202400:16:56
Learn how to talk about news that makes us feel scared or hopeful. - Oduu dhaggeeffatnu keessatti wanneen abdii nuu kennanii fi nu rifaasisan yeroo dhaggeeffatnu maltu nutti dhagahama. Dhaggeeffachuun afaan irraa baradhaa.
Good reasons to observe the pedestrian road rules - Seera Karaa namoota miilaan deemanii- seera karaa qaxxaamuruu14 août 202400:11:51
Every day, pedestrians across Australia break the law without knowing it. This can result penalties and occasionally accidents. Stay safe and avoid an unexpected fine by familiarising yourself with some of Australia’s common pedestrian laws. - Guyyaa guyyaan guutummaa Australia keessatti namoonni miilaan deeman osoo hin beekin seera cabsu. Kunis adabbii fi darbee darbee balaa fiduu danda’a. Seera miilaan karaa ce'umsaa Australia keessaa hubachuun adaba hin barbaachisfne of irraa ittisaa akkasumas nagooma keessan tiksaa.
#67 Complaining about kids (Med) - #67 Komee ijoollee aakkamiin ibsattu (Med)31 juil. 202400:16:35
Learn how to talk about your kids when they are a bit challenging. - Ijoolleen isin rakkisuu, waa'ee isaanii akkaataa itti ibsitan baradhaa, afaanis fooyyeffattu.
Why are Indigenous protocols important for all Australians? - Protokooliin Abbootii Dachee Lammiilee Australia hundaaf maaliif barbaachisa?31 juil. 202400:09:16
Observing the cultural protocols of Aboriginal and Torres Strait Islander peoples is an important step towards understanding and respecting the First Australians and the land we all live on. - Pirootokoolii aadaa ummatoota Aboorijiinaa fi Torres Strait Islander eeguun tarkaanfii barbaachisaa Australiyaanota Jalqabaa fi lafa hundi keenya irra jiraannuu kana hubachuu fi kabajuu dha.
#65 Talking about the Olympics (Med) - #65 Waa'ee Spoortii Olomikaa dubbanna Afaanis irraa baranna (Med)24 juil. 202400:17:50
Learn how to talk about the success of athletes during a big sporting event like the Olympic Games. - Yeroo akka spoortii gurguddaa akka Olompikaa kana akkaataa waa'ee taphattoota jajjaboo dubbachuu baradhaa.
What is road rage and how to deal with it? - Hoorisa daandii irraatti isin mudatu maal goodhtu?24 juil. 202400:11:08
Aggressive driving is a continuum of bad driving behaviours which increase crash risk and can escalate to road rage. People who engage in road rage may be liable for traffic offences in Australia, have their car insurance impacted and most importantly put their lives and those of others at risk. Learn about the expectations around safe, responsible driving and what to do when you or a loved one are involved in a road rage incident. - Aariin oofuun amala badaa konkolaachisummaa walitti fufiinsaan dhalatuu fi balaa konkolaataa uumu akkasumas hokkara karaa irraa dabalu dha. Namootni hokkora daandii irraa raawwatan Australia keessatti yakka traafikaatti gaafatamu, Insuraansii isaanii irratti dhiibbaa qabaata akkasumas balaa raawwataniin lubbuu isaanii fi kanneen biroos balaa irra buusu. Nagaan bahanii galuu kan namnuu eegu tahuu fi yoo isin ykn nami jaallattan tokko hoorisni daandii irraa mudate maal akka goodhtan barruun kun isin hubachiisa.
#66 What to ask when looking to rent (Med) - #66 Gaaffilee yeroo mana kireeffachuu deemtan gaafattan (giddu-galeessa)17 juil. 202400:17:53
Learn how to ask questions when looking for a home to rent. - Mana kireeffachuu barbaaddan gaafa ilaaluu deemtan maalfaa gaafachuu qabdu? Yoo dhaggeeffattan afaan irraa barattu akkasumas gaaffilee silaa yeroo mana barbaaddattan gaafatuu qabdan ni barattu.
How to lodge your tax return in Australia - Australia keessatti taaksii kee hojjechiisuu17 juil. 202400:12:04
In Australia, 30 June marks the end of the financial year and the start of tax time. Knowing your obligations and rebates you qualify for, helps avoid financial penalties and mistakes. Learn what to do if you received family support payments, worked from home, are lodging a tax return for the first time, or need free independent advice. - Australia keessatti, Waxabajjii (June) 30 xumura bara herrega maallaqaa fi yeroo itti gibira hojjechiisan dha. . Dirqama kee fi waa sii debi''uuf gahaa tahuu kee beekuun adaba maallaqaa fi dogoggora hojjechuu irraa si oolcha. Kaffaltii deeggarsa maatii yoo argatte tahe, hojii mana irraa hojjette yoo tahes, akkasuma ammoo yeroo jalqabaaf taaksii hojjechiista yoo tahe, gorsa dhuunfaa bilisa si barbaachisuu maluuf maal akka goodhtu hubadhu.
How to recycle electronic items and batteries in Australia - Australia keessatti meeshaalee elektrooniksii fi baatriiwwan akka itti deebisanii ofi irraa ergan03 juil. 202400:11:51
Many common household items such as mobile phones, TVs, computers, chargers, and other electronic devices, including their batteries, contain valuable materials that can be repurposed for new products. Electronic items we no longer use, or need are considered e-waste. Across Australia, there are government-backed programs available that facilitate the safe disposal and recycling of e-waste at no cost. - Meeshaaleen mana keessaa beekamoo ta’an hedduun kanneen akka bilbila harkaa, TV, kompiitara, chaarjii fi meeshaaleen elektirooniksii biroo, baatirii isaanii dabalatee, meeshaalee gatii guddaa qaban kanneen oomisha haaraadhaaf irra deebi’anii fayyadamuu danda’an of keessaa qabu. Meeshaaleen elektirooniksii nuti kana booda itti hin fayyadamne, ykn nu hin barbaachifne akka balfa-elektirooniksiitti ilaalamu. Guutummaa Australia keessatti sagantaaleen mootummaan deeggaraman kanneen balfa-elektirooniksii baasii tokko malee haala nageenya qabuun gatuu fi deebifamee ergamu taasisuuf haala mijeessan jiru.
Obbo Mulee waliin dhimma fayyadama baankii ilaalchisee Kutaa 2fa03 juil. 202400:09:03
Haala liqaa baankii qabaachuu irraa dhibee adda addaatti akka hin saaxilamne wanti nanmu eeggachuu qabu baayyeetu jiru, jedha obbo Muleen.
Baankii- Waanti hawaasni beekuu qabu maal?26 juin 202400:13:36
Namni tokko baankii isaa waliin waan wal dubbatee ture irratti waan dabalaa yoo barbaade , ykn dhaamsa karaa hattoota interneetaa itti ergamu ilaalchisee isa mudate baankii isaa itti dhihaatee dubbisuun furmaata argachuu danad’a jechuun nuu hime, obbo Mulee Tizaazuu.
Exploring the rewards and opportunities of teaching in Australia  - Bu’aa fi carraa barsiisummaa Australia keessaa qorachuu26 juin 202400:17:21
Teaching in Australia offers stable career and professional growth opportunities, making it an attractive field for aspiring educators and career changers. - Australia keessatti barsiisuun carraa guddina hojii fi ogummaa tasgabbaa’aa kan kennu yoo ta’u, barsiisota hawwii qabanii fi jijjiirraa hojii jaallataniif hawwataa dha.
#64 Sharing family culture through food (Med) - #64 Nyaata waliin qooddachuun aadaa maatii ofii baruu (Med)19 juin 202400:00:51
Sharing and describing food that is special to your family and culture. - Nyaata waliin soorrachuu fi nyaata baayyee isiniif adda tahe , ykn aadaa keessan tahe maatii keessatti waliin haasa'uu. Sababa odeeffatnoo kana caqastaniin akkaataa afaan Inglishii itti dubbatan, hubatanii fi Australia keessatti hariiroo nama waliin uummattan irraa barattu.
Indigenous art: Connection to Country and a window to the past - Aartii Abbootii Dachee: Walitti hidhatiinsa Biyyaa fi ulaa haala dabreen wal agarsiisu19 juin 202400:12:23
Embracing their oral traditions, Aboriginal and Torres Strait Islander peoples have used art as a medium to pass down their cultural stories, spiritual beliefs, and essential knowledge of the land. - Duudhaa afaaniin dubbataman qabachuudhaan, ummatoonni Aboorijiinaa fi Torres Strait Islander, aartii akka giddu galaatti fayyadamuun seenaa aadaa isaanii, amantaa hafuuraa fi barbaachisummaa beekumsa lafaa dabarsaniiru.
Baby blues or postnatal depression? How to help yourself and your partner - Jijjiirama miiraa moo Daafirummaa dahumsa boodaa? Akkamiin abbaa ykn haadha warraa ofii gargaaru?12 juin 202400:12:06
Are you an expectant or new parent? You or your partner may experience the so-called ‘baby blues’ when your baby is born. But unpleasant symptoms are mild and temporary. Postnatal depression is different and can affect both parents. Knowing the difference and how to access support for yourself or your partner is crucial for your family’s wellbeing. - Mucaa godhachuuf jedhtuu moo maatii reef haaraa dha? Ati ykn jaalalleen kee yeroo mucaa argattan booda Jijjiirama miiraa isin mudachuu danda'a. mallattooleen namatti hin tolle kun giddu galeessa akkasumas yeroof tahuu mala. Daafirummaan dahumsa boodaa lameen abbaafis tahe haadhaaf adda adda, Maatii naga-qabeessa qabaachuuf, lameen keessanuu miira kana garaagarummaa isaa hubachuun akkamitti gargaarsi akka isinii argamu beekuun baayyee barbaachisaa dha.
Barmootni kaayyoo galma gahu qabaachuu dha jedhti Milkaa Alamuu12 juin 202400:09:40
Qophii aaf-gaaffii SBS Afaan Oromoo irraa dabru kana keessatti, barnootni University anaaf filatnoo hin turre, akkan hojjechuu qabu nan beekan ture jedhti Milkaan Alamuu Xilahun. Ani biyya irraa wagga afurittan dhufe, xiqqummaa irraa qabeen barnoota sadarkaa gara garaa keessa dabre. Cehumsa cimaa tahuu danda’a garuu dafee baratama. Australiyaan biyya qabiyyeen barumsaaf gargaaran baayyeen jiran dha.
MiniPod: Kookaburra song | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: Kookaburra song | Pronunciation practice with Janice03 juin 202400:05:25
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /k/ and /g/. - Barmoota kana keessatti daqiiqaa shan kan hin caalleen Janice Petersen dhaggeeffachuu fi hordofuun loqoda afaan inglishii keessan fooyyeffattu. kaayyoon barmoota kanaa akkaataa itti /k/ and /g/ itti yaaman barattu.
© My Podcast Data · Independent project · Data from Apple & Spotify