Explore every episode of the podcast Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
| Title | Pub. Date | Duration | |
|---|---|---|---|
| ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? | 12 Nov 2024 | 01:34:58 | |
“ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? Abiy Ahmed Maalif akkas jedhe? Dhuguma ABOn Oromoof waa hin goonee? Amma dhaloota ( siditu iddoo kana jirra) Dhaloota gaafa ABOn bu’uramu turan, dhaloota jidduu fi dhalota si’anaa ( Dhaloota Qubee) Kanaaf mee dhaloota duraa irraa kaana, 1. Osoo ABOn hin bu’uramin ykn hin dhalatin Oromoon maal keessa ture Dr. Dagafaa ? 2. J/ Milkeessaa, ABOn maal faa hojjatee waggoottan shantamman darban ? 3. Dr. Caalaa: ABOn homaa hin hojjanne osoo hin taanee ergamaa fi mul’ata ( Vision and mission) isaayyuu xummuree sadarkaa biraa keessa jira kan jedhan jiru. Ati yaada kana akkamiin ilaalta? ( karaa afaanii, aadaa fi duudhaa ganamaa, karaa siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa) mee kana dhaggeeffattoota fi dawwattoota keenyaf ibsi. 4. Dr. Dagafaa gaaffilee jaallan lamaan of dhiyaate irratti waa dabalaa mee akkasumas, Osoo ABOn hin jiraannee OPDnu hin uumamtu, OPDOn subis dsrdartee qabsoo bilisummaa Oromoo buttee hardha sadarkaa kanatti hin dubbattu kan jedhan jiru maal jettu isin? 5. J/ Milkeessa: Abiy ABO waliinan hojjachaa ture jedhee ture…dhuguma ABOn homaa hin hojjanne yeroo jedhu olola siyaasaa ti moo maalif kana jedhe jettee yaadda? Deebii le karaa jaarmiyaa di ilmaan Oromoo maqaa ABOtiin dararamaa turanii hoo maal tahuu qaba ture? 6. Dr. Caalaa, dhimma kana qajeellotti deebii kennuun maalif barbaachisa? Eenyun dhugaa kana hubachiisuuf deemna? | |||
| Oromo Intellectual Society (OIS) conference, Part #1 | 21 Oct 2024 | 02:51:10 | |
Gurmuun Hayyoota Oromoo (GHO/OIS), | |||
| OROMOON MIIDIYAA QABAA? | 29 May 2024 | 01:43:08 | |
Caamsaa 29/2024- MDHO- Qabsoo bilisummaa Oromoo fi barbaachisummaaa Miidiyaa, Marii maati Miidiyaa Dhaddacha Oromoo- MDhO waliin goone caqasaa | |||
| Conference of OLF : Why did we fight against the colonial system for the past half century, and what have we achieved through our hard struggle so far? | 22 Jul 2022 | 01:50:10 | |
Why did we fight and what did we achieve through our struggle? | |||
| Classical music for mental relaxation | 18 Jul 2022 | 00:03:06 | |
| Conversation: Abbaa Caalaa Gabulmorkaa waliin marii goone caqasaa | 25 Jun 2022 | 01:25:07 | |
Abbaa Caalaa Gabulmorkaa miseensa WBO durii fi nama manneen hidhaa Xoophiyaa keessatti dararamaa turee dha. | |||
| Poem: Let me hear your truth- Chala's poem in ENGLISH | 24 Jun 2022 | 00:10:21 | |
| Poem: Dhufuuf Gugeen koo | 23 Jun 2022 | 00:04:58 | |
| Poem: Allaattii Naaf tahi | 21 Jun 2022 | 00:02:01 | |
| Abdi Nuressa's song : Fira gaafa Xiiqii | 21 Jun 2022 | 00:06:30 | |
| Discussion: Kaayyoo fi manii QBO fi duulaa gufachiisaa QBO yeroo ammaa | 14 Jun 2022 | 01:27:19 | |
Dr. Makbib Gabayyoo fi Dr.Baaroo Dheeresssaa tu waayee kaleessaa, hardhaa fi egeree saba keenyaa karaa siyaasaa fi diinagdeen akkasumas hawaasummaan waan thuuf jiru, tahaa turee fi itti jira irratti J/Ayyaanaa Goobatu qindeesse caqasaa | |||
| Conversations: Qophii Egeree Oromiyaa -Waxabajjii 13/2022 | 13 Jun 2022 | 02:31:28 | |
Qophii Egeree Oromiyaa -Waxabajjii 13/2022 Hayyuu Saayinsii Hawaasaa Dr.Dassaaleny Guyyoo fi hayyuu Diinagdee Obbo Ayyaanaa Goobanaa waliin haala Oromoo fi Oromiyaa irratti marii goone daawwadhaa, caqasaa Buzzsprout - Let's get your podcast launched!Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. | |||
| Panel discussion in Clubhouse : Hundeen Rakkoo Oromoo maali? - Physical or mental problem? | 04 Jun 2022 | 00:00:32 | |
| Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhuguma Xummuramee? | 21 May 2024 | 01:03:56 | |
| Interview: Qindeessaa Sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo baha Oromiyaa | 23 May 2022 | 00:25:49 | |
| Sochii Warraaqsa Qeerroo bilisummaa Oromoo fi wareegama Qeeroo kaleessaa fi boruu | 22 May 2022 | 01:26:47 | |
Buzzsprout - Let's get your podcast launched! Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. | |||
| Endless Oromo legend, Nuho Goobana Music | 14 May 2022 | 02:53:21 | |
| Wareegama Qeerroo fi gufata , manii gahiinsa QBO hanga bara 2018 | 14 May 2022 | 01:28:32 | |
The Oromoo youth made a huge sacrifice to the Oromo battle until the eagle came in and stole their precious sacrifice from them. | |||
| Hiriira Mormii, GGO fI eebba Kitaabaa ilaalchisee OGMC waliin | 10 May 2022 | 01:04:33 | |
| Conversation: Qophii Egeree Oromiyaa | 01 May 2022 | 00:58:20 | |
* Dhimmoota Hiriira Mormii mootummaa Abiy irratti Hawaasni Oromoo gaggeessaa jiru, | |||
| Poem : Dhangaa miti, Caalaa Hayiluu | 21 Apr 2022 | 00:03:28 | |
| Waaraana Qor-qalbii saba Oromoo irratti darbe qolachuuf | 21 Apr 2022 | 01:57:46 | |
Marii ogeeyyiin fayyaa fi falmitoota mirga namoomaa kan ta'an Dr.Baaroo Dheeressaa fi Dr Dagafaa Abdiisaan qopheessaa sagantaa Siyaas-Diinagadee Oromoo kan tahan obbo Ayyaanaa Goobanaa ogeessa Diinagdee tahe waliin godhan caqasaa. | |||
| Sagantaa Soraa :Du'a Galaasaa Dilboo qeeqa gamaa-gammee | 04 Apr 2022 | 01:13:36 | |
Marii Caalaa fi Yaadakool dhimmoota Oromoo fi Oromiyaa irratti akkasumas waayee Qeeqa gamaa gammee du'a obbo Galaasaa Dilboo irratti taasisan | |||
| sagantaa Egeree Oromiyaa | 04 Apr 2022 | 02:06:10 | |
| Raayyaa Abbaa Maccaa wallee bara durii | 19 May 2024 | 00:05:03 | |
| CHANNEL OROMIA : 10/03/2022 Daldala siyaasaa fi burjaajessaa maqaa 'Marii Biyyoolessaa' jedhuun deemaa jiru irratti obbo Ayyaanaa Goobanaatu Obbo Damboobaa fi Caalaa Hayiluu waliin marii godhan | 21 Mar 2022 | 01:33:38 | |
CHANNEL OROMIA : 10/03/2022 Daldala siyaasaa fi burjaajessaa maqaa 'Marii Biyyoolessaa' jedhuun deemaa jiru irratti obbo Ayyaanaa Goobanaatu Obbo Damboobaa fi Caalaa Hayiluu waliin marii godhan | |||
| Marii Obbo Dachaasaa Nigaatuu Oromiyaa irraa fi Dr Baaroo Dheereessaa Xaasoo Taabor waliin mata duree Siyaasa keenyaa fi shira Nyaaphaa, gantummaa fi fakkeessummaa irratti gaggeessan | 21 Mar 2022 | 01:29:21 | |
Marii Obbo Dachaasaa Nigaatuu Oromiyaa irraa fi Dr Baaroo Dheereessaa Xaasoo Taabor waliin mata duree Siyaasa keenyaa fi shira Nyaaphaa, gantummaa fi fakkeessummaa irratti gaggeessan | |||
| QUBEE KOO- Walaloo Caalaa Hayiluu | 08 Mar 2022 | 00:06:19 | |
| Jabaachuu WBO fi Waca Diinotaa akkasumas Jeequmsa PP, keessaa fi saba keenyarratti gaaga'ama gahaa jiru... | 07 Mar 2022 | 02:01:42 | |
Jabaachuu WBO fi Waca Diinotaa akkasumas Jeequmsa PP, keessaa fi saba keenyarratti gaaga'ama gahaa jiru irratti marii Waloo Gaazexeessaa Sayyoo Ahmed, barreessaa Kumsaa Buraayyuu fi Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa. | |||
| Marii dhaadannoo Habashootaa fi dhugaa lafa irra jiru irratti gaggeessine | 22 Feb 2022 | 01:41:56 | |
Xoophiyaan hin diigamtuu jechuun dhaadannoo Habashootaa fi olola qor-qalbii Oromoo irratti deemaa jiru ilaalchisee Marii Dr.Dagafaa Abdiisaa, Barreessaa Caalaa Hayiluu fi Gaazexeessaa Tasfaayee Dheeressaa gaggeessan caqasaa | |||
| Duguuggaa sanyii Oromoo irratti labsame ilaalchisee- Dr.Kostee fi Ob.Birhaanuu waliin | 16 Feb 2022 | 01:08:02 | |
Lola, olola miidiyaa fi aggaammii sanyii duguuggaa karaa Finxaaleyyii Amaaraa fi Mootummaa Abiyootin Oromoo irratti labsame ilaalchisee keessummoota Ardii Ameerikaa Kaabaa irraa Dr.Kostee Abdiisaa fi Ob.Birhaanuu Mekoontaa waliin turtii goone caqasaa | |||
| The guy in the cell next door - Grabben i cellen bredvid - P1 Dokumentär -2015 | 07 Feb 2022 | 00:49:17 | |
The poet Caalaa was sitting in the cell next to the journalist Martin Schibbye at the police station in Addis Ababa. He is tortured daily. Caalaa escapes for her life and ends up alone in a wintry Hälsingland. One of those who shouted was Caalaa Hayiluu Abaataa, a young poet from the Oromo people who was imprisoned and tortured for his regime-critical poems. Martin threw a pack of Ethiopian "Nyala" cigarettes at him at one point and communicated via hand signals when the guards did not see them. When Martin was released, he never thought he would see Caalaa again. But in December 2012, he received a friend request on Facebook from a refugee camp in Sudan. It was Caalaa who had fled. The situation in the camp was terrible, friends of his had been killed by Ethiopian security services and gangs of traffickers operated in the camps. He feared for his life and felt that he had escaped from the ashes of the fire. "I am coming to Sweden" he suddenly writes to Martin one spring day in May. He has been accepted as a quota refugee and he will take a course under the auspices of the Swedish Migration Board and then fly to Sweden. When he lands at Arlanda, Martin meets him and has since followed Caalaa's life as a quota refugee in Färila in Hälsingland. Now begins his real challenge. #Obs: | |||
| ANI QAATAN DU'E- IRBUUFAN JIRAADHA - Caalaa's short poem | 04 Feb 2022 | 00:07:55 | |
| #Didaakoo! Caalaa's short poems | 02 Feb 2022 | 00:14:04 | |
| Nuhoon Maalin Yaadatamaa? Waahillan isaa fi artistoota Oromoo Ilfinash Qannoo fi Muktaar Usmaan waliin turtii goone. | 01 Feb 2022 | 01:10:10 | |
Dhaddacha Oromootiin Chaanalii Oromiyaa irratti mata duree Nuhoo Haa yaadannu jedhuun Gumaacha Artist Nuhoo Goobanaa qabsoo Oromoo fi aartii Oromoof gumaate ilaalchisee, turtii artistoota Oromoo jaalatamoo tahan Ilfinash Qannoo fi Muktaar Usmaan waliin goone caqasa. Buzzsprout - Let's get your podcast launched!Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. | |||
| Gatiin Gootaa meeqaa? | 23 Apr 2024 | 01:23:27 | |
| CHAANAAL OROMIYAA-Qophii Mul'ata Oromummaa, qopheessan Yaadakool Dhinsaa | 22 Jan 2022 | 01:05:51 | |
CHAANAAL OROMIYAA-Qophii Mul'ata Oromummaa Af-gaaffii Haala Waraana Oromiyaa, Marii Biyyoolessaa fi Loogoo Biiroo Barnootaa Oromiyaa tibba kana jijjiirrame irratti Hayyuu Saayinsii Barnootaa Dr. Gizawu Taasisaa Leencoo waliin taasifne. Tamsaasa keenya karaa FNN, Facebook fi YouTube keenyaa nu hordofuu dandeessu. Buzzsprout - Let's get your podcast launched!Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. | |||
| Dhaddacha Oromoo: Siyaas-Diinagdee,qopheessan Obbo Ayyaanaa Goobanaa | 22 Jan 2022 | 01:16:20 | |
DO: majjii 21/20 22-Hundee Qaboo Bilisummaa fi Walabummaa Oromiyaa irratti Keessummaan CO hardhaa Jaal Dhugoomsaa Dhugaasaa, qabsaawaa gam,eessa WBO kan jaal Elemoo Qilxuu faa waliin rasaasa dura dhukaasan waliin marii taasisna | |||
| Sagantaa Siyaas-Diinagdee- kan qopheesse obbo Ayyaanaa Goobanaati. | 22 Jan 2022 | 01:08:20 | |
| Miidiyaa fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo, turtii dura taa'aa boordii miidiyaa FNN waliin Yaadakool taasise | 13 Jan 2022 | 01:03:38 | |
Waahilli keenya Yaadakool Dhinsaa turtii hundeessaa fi director miidiyaa FNN jedhamu waliin mata duree Qabsoo Oromoo fi gahee miidiyaaleen qaban irratti turtii gaggeessan caqasaa | |||
| Poem: Gayyaa Natti taatee | 20 Dec 2021 | 00:02:17 | |
| #Soraa, qophi haala yeroo Oromoo fi Oromiyaa irratti sagantaa Miidiyaa Chaanaalii Oromiyaa irratti qophaayedha. | 19 Dec 2021 | 01:05:11 | |
Marii anii fi Jaalli kiyya Yaadakool Dhinsaa goone. Qophiin kuni qophii Soraati | |||
| Hacaaluu's legacy by Soretti Kadir | 19 Dec 2021 | 00:11:00 | |
Buzzsprout - Let's get your podcast launched! Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. | |||
| Conversation with Young brilliant Oromo girl named Quxube Sero: '' It's all about our mindset and how we do things make things different. So change our mentality and think positively...' Quxube | 16 Nov 2021 | 00:53:19 | |
On my weekly podcast "FUTURE OROMIA" I had an extraordinary conversation with an outstanding young Oromo girl, who lives in the UK. Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. | |||
| '' I want to write books in Afan Oromo, Swedish, and English that will eventually help the Oromo children and others who want to learn Afaan Oromo and Swedish'' Riyana Daud | 28 Oct 2021 | 00:52:05 | |
Hello everyone, our guest on today's podcasts is Sr. Riyana Daud. | |||
| DISCUSSIONS WITH OROMO intellectuals and academics on current issues and historical marginalizations of the Oromo people by successive Abyssinian rulers, from MINILIK TO ABIY AHMED. The discussion was hosted by Ayyana Gobana and the guests were Prof. Aga | 25 Oct 2021 | 01:19:00 | |
DISCUSSIONS WITH OROMO intellectuals and academics on current issues and historical marginalizations of the Oromo people by successive Abyssinian rulers, from MINILIK TO ABIY AHMED. The discussion was hosted by Ayyana Gobana and the guests were Prof. Aga Mosisa and Dr Hinsermu Tesso. | |||
| #Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom! | 04 Apr 2024 | 01:25:57 | |
Egeree OROMIYAA Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan hojjatee egeree ofii fi dhalootaa tolfachuun dirqama keenya. Kanaaf warra bara dukkanaa turan irraa egeree Oromiyaaf waa iyyaafanna… Warra kaleessa jiraatanii hardhas nuwaliin jiranii fi jaboo akkuma bara qeerrummaa fi ga’eessummaa isaanii kan tahan nama jabaa tokko arganne. Keessummaan keenya hardhaa, qaroo, hayyuu, sabboonaa, namni taphaataa fi yeroo hunda fuula isaanii irraa gammachuu fi milkii himoo fakkaatan Dr. Dagafaa Abdisaa ti. Dr. Gama tokkoon hundeessitoota MDhO fi ammallee gaafatamaa MDhO yoo tahan akka keessummaatti dhiyaachuu keessaniif galanni keessan guddaa dha. | |||
| Yadakol, who moderated the Oromumma Vision Program (OVP), had a wonderful conversation with our prominent and house power of Oromo and Oromumma knowledge and wisdom, Prof. Asafa Jaalata, and you are invited to listen to our podcast for today. | 25 Oct 2021 | 01:11:57 | |
Prof. Asafa Jalata Department of Sociology, The University of Tennessee, Knoxville, TN, USA. | |||
| What is going on in Matakkal zone of Benishangul Gumuz zone? The reality on the ground | 11 Oct 2021 | 01:02:54 | |
Our our team, Yadakol interviewed Mr. Temesgen Gammachu, one of the Oromo lawyers and human rights defenders in Ethiopia who fought for the rights of the Oromo nation in general and in the Metekel zones of Benishangul Gumuz in particular. | |||
| IRREE KOO | 08 Oct 2021 | 00:14:24 | |
Walaloo Caalaa Hayiluu Buzzsprout - Let's get your podcast launched!Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. | |||