Retour

Explorez tous les épisodes du podcast SBS Afaan Oromoo

Plongez dans la liste complète des épisodes de SBS Afaan Oromoo. Chaque épisode est catalogué accompagné de descriptions détaillées, ce qui facilite la recherche et l'exploration de sujets spécifiques. Suivez tous les épisodes de votre podcast préféré et ne manquez aucun contenu pertinent.

Rows per page:

1–50 of 129

TitreDateDurée
#79 Talking about visas (Med) - #79 Visa irraa dubbachuu(giddu-gala afaanii)05 Feb 202500:15:14
Learn how to talk about your visa status. - Dhimma Visa irraa dubbachuun afaanis achuumaan ni baratama.
Are you breaching copyright when using social media? - Yeroo saba himaalee (social media) fayyadamtan mirga abbummaa(copy right) cabsaa jirtuu?05 Feb 202500:12:04
Have you ever shared someone else’s video or music on social media without their permission? Chances are you were infringing their copyright. Understanding how copyright is applied will help you avoid awkward situations and potentially serious consequences. - Video ykn muuziqaa kan nama biroo hayyama abbichaa malee sabaa himaalee irratti namoota kaaniif qooddee beektaa? Kun seera mirga abbummaa (copy right) cabsuu jedhama. Akkaataa mirgi abbummaa itti hojjii irra oolu hubachuun haalawwan rakkoo sitti fiduu danda'anii fi itti baha hin malle irraa akka baraaramtu si gargaara.
Understanding sexual consent: Why it matters for everyone - Roorroo saalummaa hubachuu: Maaliif dhimma nama hunda tahuu qaba?08 Jan 202500:12:50
Understanding sexual consent doesn’t have to be overwhelming—it’s a set of skills, like empathy and communication, that anyone can learn. By having open conversations, we can build a shared understanding that fosters healthy, respectful relationships for everyone. - Hayyama saalaa hubachuun humna namaa ol ta’ee mul''atuu hin qabu- tuuta dandeettiwwanii ti. akkuma namaaf yaadu fi walqunnamtii, namni kami iyyuu barachuu danda’uu dha. Haasaa banaa gochuudhaan hubannoo waliinii kan nama hundaaf hariiroo fayya qabeessa, kabajamaa guddisu ijaaruu dandeenya.
Fayyaa ofii hordofachuun nama jaallataniif eeggannoo gochuu dha Breast Screen Vic30 Nov 202300:06:26
Breast Screen Victorian Tajaajila tolaa kan canserii harmaa mul’isu laalamaa harmaa ykn (breast screen) dubartoota umriin isaanii shantamaa haga torbaatamii afurii gahaniif kennanii dha. Kunis screen ykn laalama daqiiqaa kudhanii wagga lama lamaan fudhachuu kan danda’amu yeroo tahu, laalamuuf mallattoo wayituu qabaachuu isin hin feedhisisu.
Knowing first aid can save lives. Here's where and how to get trained in Australia - Leenjii gargaarsa duraa (first aid) eessaa akka argachuu dandeessan29 Nov 202300:11:41
Accidents and sudden illness can strike anywhere. First aid training can make all the difference, from treating an injury at a critical time to saving a life. In Australia, there are various options for first aid training according to your needs and budget. - Balaan akka tasaa fi tasa dhukkubsachuun idduma hunda jira. Leenjii gargaarsa duraa(First aid) qabaachuun miidhaa oolchuu fi tajaajiluu akkasumas lubbuu oolchuuf gargaara. Australia keessatti haalli itti leenjii gargaarsa duraa(First aid) fudhatan filmaatni hedduun jiru, akka fedhii fi baasii abbaa irratti hundaawe.
MiniPod: Sentence Stress and Word Stress | Bad English Made Better - MiniPod: Sentence Stress and Word Stress | Bad English Made Better22 Nov 202300:09:44
Understand why we need to put stress on particular words and syllables. The 'Bad English Made Better' minipods are short and simple English grammar lessons. - Jechootaa fi loqoda jechootaa adda tahan jabeessuun maaliif akka barbaachise hubadhaa. minipoodiin Inglish badaan gaariitti fooyyawe ykn The bad English Made Better jedhamu barnoota caasluuga Inglishii salphaa fi gabaabaa dha. .
Ijoollee Daa'imummaatti daakaa barsiisuun lubbuu baraaruuf gargaara22 Nov 202300:11:57
Eeggannoon Bishaanii fi dandeettii daakaa daa’ima kami iyyuu Australia keessa jiruuf dirqama. Barbaachisummaa barnoota daakaa fi filannoowwan jiran ilaalchisee wanti warri ijoollee hundi beekuu qaban akka armaa gadii ti.
Gadda irratti wal jajjabeessuu hojii gaarii nama yaadachuu-Pastor Phaawulos Ol-aanaa waliin15 Nov 202300:21:14
Akka akka aadaa garagaraatti namuu utuu addunyaa kana irraa hin godaanin dura maal akka barbaadan, yeroo boqatan booda maaltu akka isaaniif tahuu barbaadan dhaammatu.
Why do men's mental health and wellbeing matter? - Fayyaa fi nagooma mataa Dhiirotaa maaliif irraa dubbatamuu barbaachise?15 Nov 202300:11:53
Many men are taught to remain strong in the face of adversity. However, when pursuing their dreams of resettlement in Australia, things can take an emotional toll, leading to strained family relationships and shattered aspirations.  - Dhiirotni hedduun rakkina isaan mudatu keessatti cimanii akka itti fufan barsiifamu. Haa tahu malee yeroo abjuun Australia qubachuu isaanii dhugoomsu, waan baayyeen miira isaanii jeeqa, kun ammo hariiroo maatii yaaddootti galcha, hawwiin isaanii gara itti dukkanaa’uutti geessa. Dhiirota biyya haaraa kana ega qubataniin booda rakkoo biyyaa fi haalatti baruu dadhabuu qabaniif gargaarsi ni jira.
How to access low-cost medical services in Australia - Akkaataa tajaajila yaalaa gatii gad-bu’aa Australia keessaa argachuu dandeessan08 Nov 202300:10:00
Medicare subsidises a wide range of essential medical services, including visits to the doctor, blood and pathology tests, scans, x-rays, and some surgeries or procedures. It also covers annual eye tests by an optometrist, as well as child immunisations. - Tajaajilli fayyaa gosa hedduun kanneen akka ogeessa fayyaa ofii ilaaluu, laalama dhiigaa fi kanneen biroo , Raajii ka’uu, scan adda addaa fi tajaajila baqasanii hodhuu hundaaf kkf Medicare qabaachuun qarshii namaa hir’isa. Maallaqa hir’isuun karaa Medicare tahu ogeessa fayyaa ijaa biratti wagga wagga ija ilaalamuuf akkasumas taliillii daa’immaniif nama gargaara.
When should you consider applying for a personal loan? - Liqii dhuunfaa argachuuf yeroo akkam iyyatnoo naqatuu qabdu?01 Nov 202300:12:01
As more Australians than ever seek ways to manage their living costs, many are turning to personal loans. When shopping for options, it's important to research and carefully consider your circumstances before signing on the dotted line. - Lammiileen Australia yeroo kami irra iyyuu caalaa karaa baasii jireenyaa isaanii it to’achuu danda’an barbaadaa jiran kanatti, hedduun isaanii gara liqii dhuunfaatti gargalaa jiru. Yeroo filannoo gara garaa ilaaltan, utuu sarara tuqaa irratti hin mallatteessin dura of-eeggannoo gochuu fi qormaata ofii gaggeessuun barbaachisaa dha.
Oongee fi Buseen Jiraattota Oromiyaa dhihaa miidhaa jira jedhu ob Naasirii fi ob Fayyeeraan25 Oct 202300:14:32
Oongee fi Busaan jiraattota Oromiyaa lixaa miidhaa jira jechuun hawasni Oromoo birmataa jiraa jedhu warri dubbifne. Obbo Naasir Kaliil warra Australia Melbourne irraa odeeffatne, akkasumas obbo Fayyeeraa Abdisaa Biyya irraa ti.
How can you dispose of your unwanted clothes in Australia? - Australia keessatti uffata keessan hin barbaachifne akkamiin geggeessitu?25 Oct 202300:11:03
Australians throw more than 200,000 tonnes of clothing into landfill each year. That’s an average of 10 kilograms of clothing per person. We can help combat Australia’s textile waste crisis by choosing to recycle, donate, and swap our unwanted clothing. - Lammiileen Australia waggaatti uffata toonii kuma dhibba lamaa ol bakka kuufamaatti dabratu. Sunis nama tokkoof giddu galeessaan uffata kiiloo giraama kudhan jechuu dha. Uffata keenya hin barbaachifne deebifnee fayyadamuu, arjoomuu fi wal jijjiirraa filachuudhaan rakkoo balfa huccuu Australia ittisuuf gargaaruu dandeenya.
Pastor Paawuloos Ol'aanaa Dubbifne08 Jan 202500:06:56
Pastor Paawuloos Ol'aanaa Ayyaana Christmas( Dhaloota Kirstoos) fi waggaa haaraa ilaalchisee dhaamsa dabarsan.
Ijoolleen Oromoo Afaan Ofii yoo baratan dhaloota borii tahu jedhu obbo Alamaayyoo Qubee18 Oct 202300:12:21
Ijoolleen Oromoo Qubee Afaan Oromoo barachuun eenyummaa isaanii fi aadaa isaanii akka baratan isaan gargaara. Maatii warra isaanii waliin yeroo wal argagan afaan Oromoon dubbisuu fi jaalala qabaniif salphaatti walii mul'isuu danda'u. Obbo Alamaayyoo Qubee, Australia Melbourne keessatti ijoollee Oromoo qubee barssisaa jiru,
Is it your time to learn a musical instrument? - Meeshaa Muuziqaa barachuun dansa18 Oct 202300:11:23
Do you have a neglected musical instrument sitting at home? Perhaps you want your child to experience the countless benefits of music lessons. Or maybe you’ve always longed to play in a group. Whatever the reason, learning to play an instrument is enjoyable and a social experience, with opportunities all around you. - Meeshaa muuziqaa gatamee mana taa’u qabduu? Tarii mucaan keessan faayidaa lakkoofsa hin qabne barnoota muuziqaa irraa akka argatu barbaaddu taha. Ykn ammoo yeroo hunda tarii garee keessatti tapahchuuf hawwii guddaa qabdu taha. Sababa fedheefuu tarii meeshaa muuziqaa taphachuu baruun beekumsa argattanitti gammaduu qofa utuu hin taane namootaa waliin wal baruuf isin gargaara.
Australian Sagalee referendamii warra abbootii dachee(indigenous) “Lakki” jedhte17 Oct 202300:02:33
Refrendamii seena-qabeessa Sanbata xiqqaa dabre gaggeeffameen kutaalee biyyattii jaha fi Northern Territory keessatti sagaleen “Lakkii”galmaa’eera. Sagalee eeyyee kan galmeesse Magaalaa guddittii Australia qofa ture.
Shanan Kabajuun haadha daa'imaaf Miira jabaa kenna jedhu warri dubbifne11 Oct 202300:17:59
Shanan ykn Abooxaa (Oromia mara keessatti jecha biraan beekamuu danda'a). Dubartoota Oromoo biratti maaliif kabajama? Haadha daa'imaaf bu'aa maal qaba? Shanan maalfaa of keessaa qaba kanneen jedhan bal'inaan olitti caqastu.
How to sell your second-hand car in Australia - Australia keessatti konkolaataa keessan gurgurachuuf wanneen beekuu qabdan11 Oct 202300:11:23
Depending on where you live in Australia, selling a second-hand car differs. Regardless of your state or territory, the following checklist can help you navigate your vehicle selling experience successfully and stress-free. - Australia keessaa bakka jiraattan irratti hundaawee, akkaataan konkolaataa harka-lammaffoo gurguruu adda adda. Kutaa kam ykn naannoo kamuu yoo jiraattan waanneen barbaachisoo tahan hubachuun konkolaataa keessan dhiphina tokko malee gurgurachuuf isin gargaara. Akka tilmaamamutti Australia keessa gabaan konkolaataa moofaa, harka sadii gabaa konkolaataa haarawa caala.
Irreechi Eenyummaa keenya jedhu obbo Daanyee Dafarshaa04 Oct 202300:12:05
Irreechi wagga waggaan ummata Oromoon kabajama. Biyya keessaa yeroo dhihootti kabajuuf qophii irra yeroo jiran Australia magaalaa Melbournitti Onkololeessa 1 bara 2023 Wilson Botanic Park Berwick bakka jedhmutti kabajamee oole. Irreechi eenyummaa dha, nagaa fi jaalala jedhu hirmaattotni irreecha irratti yaada kennaniin.
Hirmaatnaa Oromoo fi saboota kaan27 Sep 202300:05:19
Qophiin ummata aada danuu Kibba Melbournitti gaafa Fulbaana 23 bara 2023 HWPL, dhaabbata nagaa addunaaf jedhu bara 2013 dhaabateen gaggeeffame. Qophii kana irratti hawaasni adda addaa kan argaman yemmuu tahu Dargaggoonni Oromoo qophii agarsiisa aadaa taasisanii turan. Kaanis argamuun daawwataniiru. Haala guyyaa kanaa warri dubbifne akka oliitti nuu ibsaniiru.
Sagalee Referendamf Yaada namootaa27 Sep 202300:08:54
Mootummaan Federaalaa Sagalee Warra Abbaa Dachee (Indigenous) Parlamaa keessatti dabaluuf Australiayanotni akka murteessaniif referendamii yaame. Guyyaan Onkololeessa 14 bara 2023. Jiraattotni biyyaa yaada maal qabu? Ummatni Oromoo , lammummaa qabu kana irratti yaada akkam qaba? Akkasumas namootni kaan yaada akkam qabu, akkamittis filuuf deemu, wanti hin hubatin akkmitti hubachuu danda’u kan jedhanii fi kan kana fakkaataniif namootni tokko tokko yaada dhuunfaa isaanii kennaa jiru. Yaada namootni gara garaa kennan olitti caqasaa.
What is Capital Gains Tax and who needs to pay it? - Gibira Bu'aa irrattii jechuun maal? Eenyutu kafaluu qaba?27 Sep 202300:11:54
Capital Gains Tax (CGT) is an important tax liability added to your taxable income for the financial year. It is not a separate tax. Read more to understand what it is and how the Australian Taxation Office (ATO) enforces it. - Gibira bu’a irrattii (Capital Gain Tax) waan nama irra jiru herrega waggaatti kan galii ofii irraa gibira kafaluun barbaachisu dha. Gibira addaa miti. Irra caalaa hubachuuf olitti dhaggeeffadhaa, barruu dhihaates dubbisaa, Gibirri maal akka tahe Waajjirri Gibira Australia (Australian Taxation Office) maaliif akka seeraan gadi jabeessu asi irraa hubatuu dandeessuu.
How do you prepare for the Australian citizenship test?  - Qormaata lammummaa Australiaf akkamiin qophoofta20 Sep 202300:12:26
Becoming an Australian citizen is an exciting and rewarding experience for many migrants. But to achieve citizenship, you must first pass the Australian citizenship test. It measures your knowledge of Australia's history, culture, values, and political system.  - Qormaata lammummaa Australia fudhachuuf qohaawuu barbaachisa. Namoota Australia dhufan bayyeedhaaf lammummaa Australia fudhachuun gammachiisaa fi mirqaansaa dha. Garuu lammummaa argachuuf jalqaba qormaata lammummaa Australia dabruutu nama irraa jira. Qormaatichi dandeettii namaa kan akka seenaa, aadaa, gati-qabeessummaa Australia fi sirna siyaasaa Australia hagam akka namni beeku madaaluuf taha.
#76 Getting a gift (Med) - #76 Kennaa fudhachuu (Giddu-gala Afaanii))11 Dec 202400:12:44
Learn how to talk about getting a gift for someone. Plus, find out what the Secret Santa tradition is all about. - Akkamiin akka kennaa namaaf bitan irraa dubbachuun afaan barachuu. Waa'ee kennaa ilaalchisee Saantaan maal of keessatti qabaata kan jedhus bartu.
Gaaffii fi Deebii C. Ying waliin Qophii Magaalaa Dandenong14 Sep 202300:07:37
Guyyaa gaafa Fulbaana 23 , 2023 sa'a 12 irraa eegalee, qophii walitti dhufeenya hawaasaatu jira. Guyyaa kana hawaasni adda addaa aadaa ofii fi wallee aadaa garagaraa agarsiisu. Oromoon warra qooda fudhatan keessaa tokko. Dhimma kana irraatti warra qophii kana qopheessan dubbifne olitti caqasaa.
City park rules and etiquette in Australia: what's allowed and what's not - Seera dirree ummataa(park) kan magaalaa fi naamusa eegamuu qabu13 Sep 202300:11:52
Who doesn’t love a picnic outdoors when the weather is right? Park hangouts are a favourite for people in Australia. Here are some rules and etiquette tips for when using your local park to ensure everyone is enjoying their time. - Yeroo qilleensi gaarii tahu hunduu gadi bahee waliin bohaaruu ni fedha. Keessattuu dirree ummataa (park) wal arguun Australiyaanotaan aadeffatamaa dha. Yeroo dirree ummataa naannoo keessaniitti fayyadamtan namootni hunduu gammachuun akka yeroo achitti qabaatan barbaachisa. Dirree kanatti dhimma bahuuf seerotnii fi naamsni tokko tokko hordofamuu qaban bali’inaan ibsamanii waan jiraniif olitti caqasaa.
Irreecha is peace06 Sep 202300:14:21
Irreechi Nagaa dha. Irreechi bakka eebaa, gammachuu fi walitti dhufeenyaa ti.
Managing daycare sickness: tips for new migrants and first-time parents - Dhukkuba bakka oolmaa daa’immanii to’achuu: gorsa godaantota haaraa fi warra jalqaba ijoollee godhataniif28 Aug 202300:09:55
The decision to begin childcare at an early stage might appear beneficial for both your child and your career. However, it has the potential to disrupt the lives of many families, particularly those who are new migrants or first-time parents. What steps can recently arrived migrants take to adequately prepare their families for effectively managing this challenge? - Ijoollee xiqqummaatti bakka oolmaa daa’immanii geessuuf murteeffachuun daa’imaafis tahe dalagaa warraaf bu’a qabeessa. Haa tahu malee, maatii keessattuu godaantota haaraa dhufanii fi warra jalqaba ijoollee godhatan rakkisuu mala. Rakkoolee dhufuu malan akka irra aanaan maatii isaanii goqpheessuuf godaantotni haaraan tarkaanfilee akkamii fudhachuu qabu? gara olitti caqasaa.
What are the requirements when moving interstate? - Yeroo kutaa biyyaa irraa gara kutaa biraatti sochootu waan si irraa eegamu.28 Aug 202300:08:51
Every year, hundreds of thousands of Australians relocate interstate for work, education, lifestyle, family, or better community support. As laws, regulations and service providers may differ around the country; a checklist can help your move go smoother. - Awustraaliyaa keessatti lakkoofsi namoota kutaa biyyaa jijjiirratanii dabalaa deemaa jira. Sababa barmootaa, akkaataa jireenyaa, maatii fi akkasumas deggersa hawaasaa wayyawaaf jecha wagga waggaan kumaatamatu kutaa biyyaa gidduu bakka jireenyaa jijjiirrata. Seerri, dambiiwwan fi tajaajila kennitootni akkaataa kutaa biyyaatti adda adda waan tahuu malaniif; hubattee itti deemuun kee jireenya sii laaffisa. Socho’uu keessan – teessoo itti jijjiirrattan, bankii, godina, naannoo ykn kutaa biyyaa itti jijjiirrattan, geejjiba, tajaajila kennitoota adda addaa fi qama mootummaatti beeksisuu dabaluu qaba.
Voice Referendum: What is it and why is Australia having one? - Sagalee Referendemii: Maal inni Awustraaliyaan maaliif qabaachuu qabdi?28 Aug 202300:11:34
Australians will vote in the Indigenous Voice to Parliament referendum on October 14. Here’s what you need to know about the process, including why it’s taking place, and the information that communities can expect to help guide their decisions at the polls. - Ummatni Aboriginal fi Torres Strait Islander Heera Australia keessatti beekamtii akka hin qabne beektuu? Mootummaan Federaalaa Sagalee Warra Abbaa Dachee (Indigenous) Parlamaa keessatti dabaluuf Australiayanotni akka murteessaniif referendamii yaame. Kanaaf, Referendumiin maal? Eenyutu filuuf Australia keessatti seerri hayyamaaf, Sagaleen Paarlamaa keessatti maalfaa dalaga? Bal’inaan caqasuu dandeessu. Seenaa keessatti, Australiyaanota Heera wayyeessuuf amansiisuun salphaa hin turre. Ega Federationa bara 1901 as, yaadota jijjiirraaf dhihaatan 44 keessaa 8 qofatu milkkaawe. Dhimmoota Abbootii Dachee (Indigenous) irratti referendum inni gara booda kanaa bara 1967 gaggeessame. Australiayanotni Jalqabaa (First Australians) Seera Commonwealth jalatti akka Australiayanotaatti beekamtii argatanii kanaafis lakoysa biyyichaa (census) keessatti dabalaman. Egaa Filmaata keessatti Sagalee kennuuf galmooftee jirta yoo tahe, referendumii kana irrattis Sagalee kennuuf seerri siif hayyama. Kana jechuun lamiileen biyyattii filuuf galmeessaman referendum kana Sagalee kennatuun dirqama.
Decoding Australia's inheritance laws: your rights and obligations explained - Seera Dhaalmaa Australia keessaa hiikuu: Mirgaa fi dirqamni kee asi keessatti ibsameera.21 Aug 202300:11:55
Unlike some other countries, Australians do not pay an inheritance tax on the assets they inherit. Even so, strict inheritance laws are in place, and with more than 50 per cent of Australians dying without a Will, the courts often intervene. - Akka biyyoota biroo, lammiileen Australia qabeenya dhaalmaan argatani irratti gibira hin kaffalan. Haa tahuu, seerri dhaalmaa cimaan haa jiraatu iyyuu , lammiileen Australia dhibbantaatti harka 50 ol utuu qabeenya isaanii utuu hin dhaalchisin waan du’aniif, yeroo baayyee maneen murtiitu gidduu seenu. Dhaalli salphaa kan tahu namni tokko erga du’ee booda qabeenyi isaa akkamitti akka raabsamu akka hawwu dhaalmaaf (will) yoo dursee of qopheesse dha.
Hawaasa keenya keessaa Afaan Oromoo SBS irratti eegaluu irraa maal jedhu?01 Aug 202300:15:30
Afaan Oromoo SBS irratti Adoolessa 2023 eegale. Keessummootni dubbifne miira itti dhagahame dubbatu. Oduu gammachiisaa dha, hawaasni keenyas jabaatee yaadaan deggeruu qaba jechu.
How to prevent family violence in migrant communities in Australia - Gaja'umsa Maatii keessaa ittisuu01 Aug 202300:10:00
Family, domestic and sexual violence are major health and welfare issues in Australia, as two in five people have experienced physical or sexual violence since the age of 15. Family violence can affect anybody, but migrant women face additional barriers when they need to get help. - Australiyaa keessatti gaja'umsi mana keessaa, kan maatii fi saalummaa fayyaa fi nagummaa maatii irratti rakkoo guddaa fidaa jira. Asi irratti gaja'umsa maatii ittisuun gaafatama nama hundaa tahuu hubachiisa.
Understanding Indigenous knowledge of weather and seasons - Beekumsa Abbootii Dachee kan qilleensaa fi tibbaa11 Dec 202400:10:52
You’re probably familiar with the four seasons—Summer, Autumn, Winter, and Spring—but did you know that First Nations people have long recognised many more? Depending on the location, some Indigenous groups observe up to six distinct seasons each year. - Tarii tibbanoota afran ni beekta taha – Bona, Arfaasaa, Gannaa fi Birraa – garuu ummatootni Saboota .Jalqabaa yeroo dheeraa irraa jalqabanii kana caalaa akka isaan beekan ni beektaa? Bakka jiraatan irratti hundaawee gartuun Abbootii Dachee tibbanoota hanga jahaa gahan waggaatti yeroo hunda ni argan.
#75 Discussing eyesight and vision (Med) - #75 Arguu fi ilaaluu irraa dubbachuu (giddu gala afaanii)04 Dec 202400:14:39
Learn how to talk about eyesight getting worse. Plus, find out why people with lighter eye colour have a higher risk of UV damage. - Ilaaluu iji waa ilaalee sammuutti dabarsa sammuun ni arga. Iji ilaalu kun dadhabaa gaafa dhufu namootni waliin dubbatan dhagahuun afaannis irraa baratama. Akkasumas namootni bifti ija isaanii ifa inni qabu irraa carraa balaqqee aduuf saaxilamuuf carraa badaa akka qabanis hubattu, waa hundaafuu waliin dubbannaa kana dhaggeeffachuu keessa afaan fooyyeffattu.
Understanding how pharmacies operate in Australia - Australia Keessa akka itti Faarmaasiin hojjetu Hubachuu04 Dec 202400:13:39
In Australia pharmacists dispense prescription medications and provide healthcare advice, educating the community on the use of medicines and disease prevention. - Australia keessa faarmaasistootni qoricha namaa ajejame kennu, qorsa fayyaa kennu akkasumas akkaataa qorsa kana itti fudhatanii fi dhibee of irraa ittisan irratti gorsaa fi barumsa ni kennu.
#74 Talking about your pet peeves (Med) - #74 Amaaloota Adurree nama aarsan (Giddu-gala Afaanii)27 Nov 202400:11:22
Learn how to talk about things that annoy you. - Amaloota isin aarsan irraa dubbachuun afaan baradhaa. Adurree mana keessaa warri qabdan, adurreen keessan amala akkam qabu?
Country-led design in Australian cities: what is it and why does it matter? - Tolchinni-biyyaa magaalota Australia keessaa: Maal jechuu dha, maaliif barbaachisu?27 Nov 202400:14:10
Country is the term at the heart of Australian Indigenous heritage and continuing practices. The environments we are part of, carry history spanning tens of thousands of years of First Nations presence, culture, language, and connection to all living beings. So, how should architects, government bodies and creative practitioners interact with Indigenous knowledge when designing our urban surroundings? - Biyya jechuun wiirtuu hambaa Abbootii Dachee Australia durii fi gochaalee itti fufiinsa qabu jechuu dha. Naannowwan nuti keessa jiraatnu, seenaa waggoota kuma kudhaniin lakkaa’aman kan Saboota Duraa argamu isaanii, aadaa, afaan, fi walitti dhufeenya lubbu qabiiyyee hunda waliin qaban qabatanii deemu ti. Kanaafuu, arkiteektonni, qaamoleen mootummaa fi hojjettoonni yeroo naannoo magaalaa keenyaa tolchan beekumsa Abbootii Dachee waliin akkmitti walitti dhufeenya qabaachuu qabu?
#73 When public transport goes wrong (Med) - #73 Geejjiba Ummataa yoo rakkoon mudatu(Med)06 Nov 202400:14:34
Learn how to communicate when using public transport, particularly when there are disruptions. - Geejjiba uummataatti dhimma bahuu ilaalchisee akkamiin akka waliin dubbatan. Keessattuu yeroo Geejjibni uummataa rakkoo argatu ykn yeroo isaan argamuu dhiisu. waliin dubbannaa kana keessatti afaan fooyyeffachuuf isin gargaara.
First homebuyer’s guide: Getting a home loan in Australia - Qajeelfama jalqabaaf mana kan bitataniif: Australia keessatti liqaa maallaqaa argachuu06 Nov 202400:12:48
For first-time borrowers, the home loan application process can feel overwhelming. Learn the basics around interest rates, the application process and government support you may be eligible for in Australia. - Namoota jalqabaaf mana bitachuuf maallaqa liqqeeffachuu barbaadaniif adeemsi iyyatnaa galchachuu tarii qalbii jeequu danda'a. Australia keessatti sobbooqa ilaalchisee yaadota bu'uuraa tokko tokko akkasumas adeemsa iyyatnoo galchachuun of keessaa qabuu fi gargaarsa mootummaaf tarii gahaa tahuu kee iyyaafadhu.
#78 Talking about holidays (Med) - #78 Waa'ee yeroo boqonnaa irraa dubbachuu(Med)29 Jan 202500:14:00
Learn how to talk about recent holiday or trip. - Dhiheenya kana bakka bashannanaa ykn boqonnaaf deemtan taha. Mee waa'ee isaa irraa waliin dubbachuun wal irraa baradhaa.
#72 Talking about which team sport to join (Med) - #72 Garuu spoortiitti dabalamuuf waliin dubbachuu(giddu-gala afaanii)30 Oct 202400:13:53
Learn how to describe social team sports and choose one that is right for you. - Spoortii garee hawaasummaa akkamii akka jiran ibsuu baradhu, kamtu akka siif tahus filadhu. Waliin dubbannaa kana keessa afaan inglishii hedduu fooyyeffatta.
Thinking of installing solar panels? Here's what you need to know - Solar mana keessani irra kaa'uu barbaadduu? waan beekuu qabdantu jira.30 Oct 202400:08:57
Australia's warm climate offers an abundant supply of solar energy year-round, making solar power an increasingly significant contributor to the nation's electricity supply. Learn what the requirements are for installing solar power systems in your home. - Haalli qilleensaa ho’aa Australia waggaa guutuu humna aduu baayyee kan dhiyeessu yoo ta’u, waggoota dhiyoo asitti humni aduu dhiyeessii humna ibsaa biyyattii keessatti gumaacha guddaa akka qabaatu taasiseera.Humna aduu ykn solar mana keef qabaachuuf ulaagaalee barbaachisan asi irraa hubatta.
#71 Talking about being scammed (Med) - #71 Waa'ee Scam irraa dubbachuu(giddu-gala afaanii)23 Oct 202400:14:16
Learn how to communicate about suspicious messages and scams. - Dhaamsa gowwomsaa ykn Scam irraa waliin dubbachuun achuumaan afaan barattu.
The impacts of First Nations tourism - Imalchiisa(Turizimii) Saboota Jalqabaa23 Oct 202400:12:59
Are you seeking a truly impactful Australian travel experience? Whether you’re seeking wilderness, food, art or luxury, there are plenty of First Nations tourism adventure that you can explore, led by someone with 65,000 years of connection to this land. Not only will you deepen your experience, but you’ll help drive cultural and economic opportunities for First Nations communities. - Muuxannoo imala Australia dhugummaan raajumsaa qabu barbaadduu? Lafa bosonaa, nyaata, aartii ykn qananii barbaaddanis, nama waggoota 65,000f lafa kanaan walitti dhufeenya qabuun durfamu, adeemsa imalchiisa Saboota Duraa kanneen qorachuu dandeessan hedduu dha. Muuxannoo kee gadi fageessuu qofa osoo hin taane, hawaasa Saboota Jalqabaa carraa aadaa fi dinagdee oofuuf ni gargaarta.
#70 Talking over a BBQ (Med) - #70 Yeroo BBQ irratti waliin dubbachuu (Med)16 Oct 202400:11:53
Learn how to describe cooking at a barbecue. - BBQ yeroo bilcheeffatan akkaataa waliin dubbatan, achumaan afaan wal irraa baratan.
Understanding vaccination rules for children in Australia - Seera talaallii daa’imman Australia keessaa hubachuu16 Oct 202400:11:58
Did you know that one in five children is at risk of dying from a disease that is now preventable through vaccination? Australia’s vaccination program helps to prevent severe outcomes from many childhood infections. To access family support payments—and in some states, childcare services—your child must be fully immunised according to the national schedule. - Daa'imman shan keessaa tokko dhukkuba amma talaalliin ittifamuu danda'uun du’aaf akka saaxilaman beektu? Sagantaan talaallii Australia dhibee hamaa daa’’imummaati ijoollee qabuu irraa ittisuuf gargaara. Kaffaltii deeggarsa maatii argachuuf- akkasumas kutaalee biyyaa tokko tokko keessatti, tajaajila kunuunsa daa’immani argachuu- daa’imman keessan akkaataa sagantaa biyyaalessaatti guutummaatti talaallii fudhachuu qaban.
#69 Getting a haircut (Med) - #69 Rifeensa cirachuu (Med)04 Sep 202400:17:10
Learn how to talk to your hairdresser about getting your hair cut. - Warreen rifeena isinii sirreessan waliin akkamitti akka dubbattan olitti dhaggeeffachuun afaan barattu.
Embracing the wisdom of traditional Indigenous medicine - Qoricha ykn qorsa aadaa beekuu fi kabajuu04 Sep 202400:13:23
Understanding and respecting Indigenous knowledge of medicine may be the key to providing more holistic and culturally sensitive care in today's healthcare setting. - Qorichi ykn qorsi aadaa Abbootii dachee ijaarama Kunuunsa fayyaa yeroo ammaa keessatti hubatamuu fi ilaalchi gati-qabeessi itti kennamuun fayyisuummaa waliigala tahe kennuuf furtuu dha.
© My Podcast Data · Projet indépendant · Données issues d'Apple & Spotify