Retour

Explorez tous les épisodes du podcast Egeree Oromiyaa- EOs Podcast

Plongez dans la liste complète des épisodes de Egeree Oromiyaa- EOs Podcast. Chaque épisode est catalogué accompagné de descriptions détaillées, ce qui facilite la recherche et l'exploration de sujets spécifiques. Suivez tous les épisodes de votre podcast préféré et ne manquez aucun contenu pertinent.

Rows per page:

1–50 of 198

TitreDateDurée
ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa?12 Nov 202401:34:58

aanaa2013@gmail.com

“ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? Abiy Ahmed Maalif akkas jedhe? Dhuguma ABOn Oromoof waa hin goonee?
Kanaa fi kan kana fakkaatan irratti keessummoota Egeree Oromiyaatu dubbata. Caqasaa.
  ABOn Oromoof homaa hin hojjannee?


Amma dhaloota ( siditu iddoo kana jirra) Dhaloota gaafa ABOn bu’uramu turan, dhaloota jidduu fi dhalota si’anaa ( Dhaloota Qubee)

Kanaaf mee dhaloota duraa irraa kaana,

1. Osoo ABOn hin bu’uramin ykn hin  dhalatin Oromoon maal keessa ture Dr. Dagafaa ?

2. ⁠J/ Milkeessaa, ABOn maal faa hojjatee waggoottan shantamman darban ?

3. ⁠Dr. Caalaa: ABOn homaa hin hojjanne osoo hin taanee ergamaa fi mul’ata ( Vision and mission) isaayyuu xummuree sadarkaa biraa keessa jira kan jedhan jiru. Ati yaada kana akkamiin ilaalta? ( karaa afaanii, aadaa fi duudhaa ganamaa, karaa siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa) mee kana dhaggeeffattoota fi dawwattoota keenyaf ibsi.

4. ⁠Dr. Dagafaa gaaffilee jaallan lamaan of dhiyaate irratti waa dabalaa mee akkasumas, Osoo ABOn hin jiraannee OPDnu hin uumamtu, OPDOn subis dsrdartee qabsoo bilisummaa Oromoo buttee hardha sadarkaa kanatti hin dubbattu kan jedhan jiru maal jettu isin?

5. ⁠J/ Milkeessa: Abiy ABO waliinan hojjachaa ture jedhee ture…dhuguma ABOn homaa hin hojjanne yeroo jedhu olola siyaasaa ti moo  maalif kana jedhe jettee yaadda? Deebii le karaa jaarmiyaa di ilmaan Oromoo maqaa ABOtiin dararamaa turanii hoo maal tahuu qaba ture?

6. ⁠Dr. Caalaa, dhimma kana qajeellotti deebii kennuun maalif barbaachisa? Eenyun dhugaa kana hubachiisuuf deemna?

Support the show

Oromo Intellectual Society (OIS) conference, Part #121 Oct 202402:51:10

aanaa2013@gmail.com


Gurmuun Hayyoota Oromoo (GHO/OIS),
Mata-duree “Burjaajii fi Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo: Sirna Badii Impaayeraa if Gahee Qaroo (Elite) Oromoo” jedhu jalatti Seminaara marii qopheessee jira. 

Sirni koloneeffataa, uummata gabroomfatee hacuuccaa isaa jalatti tiksuuf, tooftaa fi tarsiimoo dhaabbatoo garagaraatti dhimma baha:  1) Shororkessuu, saamuu fi hiyyoomsuu; 2) qoqqoodee bulchuu; 3) afaan, aadaa, seenaa, waliigala eenyummaa sabichaa dhabamsiisuu fi burjaajessuu; 4) qaroo sabichaa dhabamsiisuu, sirna ofii fudhachiisuu ykn malaanmaltummaadhaan takaalee akka saba isaaniif hin dhaabanne godha. Kunneen imaammatoota koloneeffataan ittiin beekamu, kan sirni Itoophiyaa baldhinaan saba Oromoo irratti geggeessaa ture fi jiru dha. 

Seminaarri GHO kun tooftaa sirni PP hardha Oromoo ittiin gidirsu keessaa waan lama irratti xiyyeeffata:  
A)    Olola Maqaa Nagaa fi Araaraa Qabatee Deemu
B)    Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo Biyyaa Alaa (fi Keessaa)
Kunneen jalatti, olola PP’n maqaa “Nagaa” fi “Araara” jedhuun uummata burjaajessuuf yaaltu ifoomsuu; akkasumas murni kun, qabeenya (resource) qabdu fi kan itti liqeeffattu mara dhangalaastee, golee qabsoo fi hawaasaa keessatti burjaajii fi jeequmsa uumuu yaaltu irratti uummata dammaqsuu irratti xiyyeeffata.

Support the show

OROMOON MIIDIYAA QABAA?29 May 202401:43:08

aanaa2013@gmail.com

Caamsaa 29/2024- MDHO- Qabsoo bilisummaa Oromoo fi barbaachisummaaa Miidiyaa, Marii maati Miidiyaa Dhaddacha Oromoo- MDhO  waliin goone caqasaa

Support the show

Conference of OLF : Why did we fight against the colonial system for the past half century, and what have we achieved through our hard struggle so far?22 Jul 202201:50:10

aanaa2013@gmail.com

Why did we fight and what did we achieve through our struggle?
Commemorating the bitter journey of the OLF's struggle over the past 49 years.
During this historic event, Oromo veterans who have been there from the formation of OLF to the present day have given remarkable speeches.
To name a few of them, OLF Chairman Dauwd Ibsa and former leaders of the organization such as Taha Abdi,  Ibsa Gutema and Abba Caalaa Lataa were honorable guests and they made presentations during OLF's 49th-anniversary celebrations. You are all invited to listen to their presentations.

Support the show

Classical music for mental relaxation18 Jul 202200:03:06
Conversation: Abbaa Caalaa Gabulmorkaa waliin marii goone caqasaa25 Jun 202201:25:07

aanaa2013@gmail.com

Abbaa Caalaa Gabulmorkaa  miseensa WBO durii fi nama manneen hidhaa Xoophiyaa keessatti dararamaa turee dha.
https://youtu.be/Txqj-EZnkzc

Support the show

Poem: Let me hear your truth- Chala's poem in ENGLISH24 Jun 202200:10:21
Poem: Dhufuuf Gugeen koo23 Jun 202200:04:58
Poem: Allaattii Naaf tahi21 Jun 202200:02:01
Abdi Nuressa's song : Fira gaafa Xiiqii21 Jun 202200:06:30
Discussion: Kaayyoo fi manii QBO fi duulaa gufachiisaa QBO yeroo ammaa14 Jun 202201:27:19

aanaa2013@gmail.com

Dr. Makbib Gabayyoo fi Dr.Baaroo Dheeresssaa tu waayee kaleessaa, hardhaa fi egeree saba keenyaa karaa siyaasaa fi diinagdeen akkasumas hawaasummaan waan thuuf jiru, tahaa turee fi itti jira irratti J/Ayyaanaa Goobatu qindeesse caqasaa

Support the show

Conversations: Qophii Egeree Oromiyaa -Waxabajjii 13/202213 Jun 202202:31:28

aanaa2013@gmail.com

Qophii Egeree Oromiyaa -Waxabajjii 13/2022  Hayyuu Saayinsii Hawaasaa Dr.Dassaaleny Guyyoo fi hayyuu Diinagdee Obbo Ayyaanaa Goobanaa waliin haala Oromoo fi Oromiyaa irratti marii goone daawwadhaa, caqasaa

Buzzsprout - Let's get your podcast launched!
Start for FREE

Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you.

Support the show

Panel discussion in Clubhouse : Hundeen Rakkoo Oromoo maali? - Physical or mental problem?04 Jun 202200:00:32
Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhuguma Xummuramee?21 May 202401:03:56
Interview: Qindeessaa Sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo baha Oromiyaa23 May 202200:25:49

aanaa2013@gmail.com

https://www.youtube.com/watch?v=NY6gRsPuDH4

Support the show

Sochii Warraaqsa Qeerroo bilisummaa Oromoo fi wareegama Qeeroo kaleessaa fi boruu22 May 202201:26:47

aanaa2013@gmail.com

Buzzsprout - Let's get your podcast launched!
Start for FREE

Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you.

Support the show

Endless Oromo legend, Nuho Goobana Music14 May 202202:53:21
Wareegama Qeerroo fi gufata , manii gahiinsa QBO hanga bara 201814 May 202201:28:32

aanaa2013@gmail.com

The Oromoo youth made a huge sacrifice to the Oromo battle until the eagle came in and stole their precious sacrifice from them.
During the conversation  we made with Caalaa,  Dr. Degefa, Xaasoo and Ayyaanaa Gobanaa, we spoke from the student movement to the Qeerroo movement until Abiy seized power with the blood of the Qeerroo in the name of Oromo and then betrayed our nation.
https://youtu.be/O3x6IqMDu74

Support the show

Hiriira Mormii, GGO fI eebba Kitaabaa ilaalchisee OGMC waliin10 May 202201:04:33
Conversation: Qophii Egeree Oromiyaa01 May 202200:58:20

aanaa2013@gmail.com

* Dhimmoota Hiriira Mormii mootummaa Abiy irratti Hawaasni Oromoo gaggeessaa jiru,
* Dhimma Yaadannoo GGO  FI EEBBA KITAABA BOOREE, kan Gammachiis Naadoo tiin barreeffamee irratti marii Caalaa Hayiluu fi Gammachiis Naadoo taasisan

Support the show

Poem : Dhangaa miti, Caalaa Hayiluu21 Apr 202200:03:28
Waaraana Qor-qalbii saba Oromoo irratti darbe qolachuuf21 Apr 202201:57:46

aanaa2013@gmail.com

Marii ogeeyyiin fayyaa fi falmitoota mirga namoomaa kan ta'an Dr.Baaroo Dheeressaa fi Dr Dagafaa Abdiisaan  qopheessaa sagantaa Siyaas-Diinagadee Oromoo kan tahan obbo Ayyaanaa Goobanaa ogeessa Diinagdee tahe waliin godhan caqasaa.

Support the show

Sagantaa Soraa :Du'a Galaasaa Dilboo qeeqa gamaa-gammee04 Apr 202201:13:36

aanaa2013@gmail.com

Marii Caalaa fi Yaadakool dhimmoota Oromoo fi Oromiyaa irratti akkasumas waayee Qeeqa gamaa gammee du'a obbo Galaasaa Dilboo irratti taasisan

Support the show

sagantaa Egeree Oromiyaa04 Apr 202202:06:10

aanaa2013@gmail.com

Marii Haala yeroo irratti gareen MDhO taasisan caqasaa.-

Support the show

Raayyaa Abbaa Maccaa wallee bara durii19 May 202400:05:03
CHANNEL OROMIA : 10/03/2022 Daldala siyaasaa fi burjaajessaa maqaa 'Marii Biyyoolessaa' jedhuun deemaa jiru irratti obbo Ayyaanaa Goobanaatu Obbo Damboobaa fi Caalaa Hayiluu waliin marii godhan21 Mar 202201:33:38

aanaa2013@gmail.com

CHANNEL OROMIA : 10/03/2022 Daldala siyaasaa fi burjaajessaa maqaa 'Marii Biyyoolessaa' jedhuun deemaa jiru irratti obbo Ayyaanaa Goobanaatu Obbo Damboobaa fi Caalaa Hayiluu waliin marii godhan
https://youtu.be/q1r_9tcwpXE

Support the show

Marii Obbo Dachaasaa Nigaatuu Oromiyaa irraa fi Dr Baaroo Dheereessaa Xaasoo Taabor waliin mata duree Siyaasa keenyaa fi shira Nyaaphaa, gantummaa fi fakkeessummaa irratti gaggeessan21 Mar 202201:29:21

aanaa2013@gmail.com

Marii Obbo Dachaasaa Nigaatuu Oromiyaa irraa fi Dr Baaroo Dheereessaa Xaasoo Taabor waliin mata duree Siyaasa keenyaa fi shira Nyaaphaa, gantummaa fi fakkeessummaa  irratti gaggeessan

https://youtu.be/q1r_9tcwpXE

Support the show

QUBEE KOO- Walaloo Caalaa Hayiluu08 Mar 202200:06:19
Jabaachuu WBO fi Waca Diinotaa akkasumas Jeequmsa PP, keessaa fi saba keenyarratti gaaga'ama gahaa jiru...07 Mar 202202:01:42

aanaa2013@gmail.com

Jabaachuu WBO fi Waca Diinotaa akkasumas Jeequmsa PP, keessaa fi saba keenyarratti gaaga'ama gahaa jiru irratti marii Waloo  Gaazexeessaa Sayyoo Ahmed, barreessaa Kumsaa Buraayyuu fi Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa.
Nu jajjbeessuu hin dagatinaa.

Support the show

Marii dhaadannoo Habashootaa fi dhugaa lafa irra jiru irratti gaggeessine22 Feb 202201:41:56

aanaa2013@gmail.com

Xoophiyaan hin diigamtuu  jechuun dhaadannoo Habashootaa fi olola qor-qalbii Oromoo irratti deemaa jiru ilaalchisee Marii Dr.Dagafaa Abdiisaa, Barreessaa Caalaa Hayiluu fi Gaazexeessaa Tasfaayee Dheeressaa gaggeessan caqasaa

Support the show

Duguuggaa sanyii Oromoo irratti labsame ilaalchisee- Dr.Kostee fi Ob.Birhaanuu waliin16 Feb 202201:08:02

aanaa2013@gmail.com

Lola, olola miidiyaa fi aggaammii sanyii duguuggaa karaa Finxaaleyyii Amaaraa fi Mootummaa Abiyootin Oromoo irratti labsame ilaalchisee keessummoota Ardii Ameerikaa Kaabaa irraa Dr.Kostee Abdiisaa fi Ob.Birhaanuu Mekoontaa waliin turtii goone caqasaa
Xiyyeeffannaan keenya madda rakkoo ajjeechaa fi saaminsa akkasumas buqqaatii Oromoota gara Lixa Oromiyaa keessattu Wallagga bahaa fi Horro Guduruu keessa jiru irratti marii goone.

Support the show

The guy in the cell next door - Grabben i cellen bredvid - P1 Dokumentär -201507 Feb 202200:49:17

aanaa2013@gmail.com

The poet Caalaa was sitting in the cell next to the journalist Martin Schibbye at the police station in Addis Ababa. He is tortured daily. Caalaa escapes for her life and ends up alone in a wintry Hälsingland.
During Martin Schibbye and Johan Persson's time in a cell at the police station in Addis Ababa, they could for several days see how prisoners were picked up at the rest yard from an underground part of the police station. The prisoners squinted at the bright light and were in poor condition. At night, screams were heard from the neighboring cells.

One of those who shouted was Caalaa Hayiluu Abaataa, a young poet from the Oromo people who was imprisoned and tortured for his regime-critical poems. Martin threw a pack of Ethiopian "Nyala" cigarettes at him at one point and communicated via hand signals when the guards did not see them.                  

When Martin was released, he never thought he would see Caalaa again. But in December 2012, he received a friend request on Facebook from a refugee camp in Sudan. It was Caalaa who had fled.

The situation in the camp was terrible, friends of his had been killed by Ethiopian security services and gangs of traffickers operated in the camps. He feared for his life and felt that he had escaped from the ashes of the fire.

"I am coming to Sweden" he suddenly writes to Martin one spring day in May. He has been accepted as a quota refugee and he will take a course under the auspices of the Swedish Migration Board and then fly to Sweden. When he lands at Arlanda, Martin meets him and has since followed Caalaa's life as a quota refugee in Färila in Hälsingland. Now begins his real challenge.

#Obs:
The documentary The Boy in the Cell Next door is made by Martin Schibbye in 2015

Support the show

ANI QAATAN DU'E- IRBUUFAN JIRAADHA - Caalaa's short poem04 Feb 202200:07:55
#Didaakoo! Caalaa's short poems02 Feb 202200:14:04
Nuhoon Maalin Yaadatamaa? Waahillan isaa fi artistoota Oromoo Ilfinash Qannoo fi Muktaar Usmaan waliin turtii goone.01 Feb 202201:10:10

aanaa2013@gmail.com

Dhaddacha Oromootiin Chaanalii Oromiyaa irratti mata duree Nuhoo Haa yaadannu jedhuun Gumaacha Artist Nuhoo Goobanaa qabsoo Oromoo fi aartii Oromoof gumaate ilaalchisee, turtii artistoota Oromoo jaalatamoo tahan Ilfinash Qannoo fi Muktaar Usmaan waliin goone caqasa.

Buzzsprout - Let's get your podcast launched!
Start for FREE

Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you.

Support the show

Gatiin Gootaa meeqaa?23 Apr 202401:23:27
CHAANAAL OROMIYAA-Qophii Mul'ata Oromummaa, qopheessan Yaadakool Dhinsaa22 Jan 202201:05:51

aanaa2013@gmail.com

CHAANAAL OROMIYAA-Qophii Mul'ata Oromummaa

Af-gaaffii Haala Waraana Oromiyaa, Marii Biyyoolessaa fi Loogoo Biiroo Barnootaa Oromiyaa tibba kana jijjiirrame irratti Hayyuu Saayinsii Barnootaa Dr. Gizawu Taasisaa Leencoo waliin taasifne. Tamsaasa keenya karaa FNN, Facebook fi YouTube keenyaa nu hordofuu dandeessu.

Buzzsprout - Let's get your podcast launched!
Start for FREE

Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you.

Support the show

Dhaddacha Oromoo: Siyaas-Diinagdee,qopheessan Obbo Ayyaanaa Goobanaa22 Jan 202201:16:20

aanaa2013@gmail.com

DO: majjii 21/20 22-Hundee Qaboo Bilisummaa fi Walabummaa Oromiyaa irratti 

Keessummaan CO hardhaa Jaal Dhugoomsaa Dhugaasaa,  qabsaawaa gam,eessa WBO kan jaal Elemoo Qilxuu faa

waliin rasaasa dura dhukaasan waliin marii taasisna

Support the show

Sagantaa Siyaas-Diinagdee- kan qopheesse obbo Ayyaanaa Goobanaati.22 Jan 202201:08:20

aanaa2013@gmail.com

https://www.youtube.com/watch?v=oofxPutooDk

Support the show

Miidiyaa fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo, turtii dura taa'aa boordii miidiyaa FNN waliin Yaadakool taasise13 Jan 202201:03:38

aanaa2013@gmail.com

Waahilli keenya Yaadakool Dhinsaa turtii  hundeessaa fi director miidiyaa FNN jedhamu waliin mata duree Qabsoo Oromoo fi gahee miidiyaaleen qaban irratti turtii gaggeessan caqasaa

Support the show

Poem: Gayyaa Natti taatee20 Dec 202100:02:17
#Soraa, qophi haala yeroo Oromoo fi Oromiyaa irratti sagantaa Miidiyaa Chaanaalii Oromiyaa irratti qophaayedha.19 Dec 202101:05:11

aanaa2013@gmail.com

Marii anii fi Jaalli kiyya Yaadakool Dhinsaa goone. Qophiin kuni qophii Soraati

Support the show

Hacaaluu's legacy by Soretti Kadir19 Dec 202100:11:00

aanaa2013@gmail.com

Buzzsprout - Let's get your podcast launched!
Start for FREE

Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you.

Support the show

Conversation with Young brilliant Oromo girl named Quxube Sero: '' It's all about our mindset and how we do things make things different. So change our mentality and think positively...' Quxube16 Nov 202100:53:19

aanaa2013@gmail.com

On my weekly podcast "FUTURE OROMIA" I had an extraordinary conversation with an outstanding young Oromo girl, who lives in the UK.
     “It's all about the way we think and how we do things make things different. So change our mentality and think positively. Don't be afraid to try something for fear of failing before you even try. Instead of listening to the destructive advice of others who have never tried before. When they advise you to stop trying and scare you by telling you that if you try, you will fail. Just ask them if they have tried what you do now and if not then move on in your fight and one day with your goals set you will be the winner. Take the chance and stay on track in the fight for victory ... '' says Kutube, who was not afraid to try everything and won a lot of what she tried.
Her name is Quxube Jacob, She was born in Oromia and raised in Kenya Kakuma refugee camp where she completed primary school and high school.
Upon completion of her high school in 2014, Quxube started teaching in a local primary school and then joined #FilmAidinternational to learn about basic journalism. In 2015, she moved to the UK (settled by the UNHCR). When she settled in the UK, in less than a month, she began a college study where she studied Business Management.
 In 2017 she completed college and joined the University of Huddersfield in the same year to pursue a degree in Human Resource Management with Business Management. Whilst at university, she joined different clubs and University societies to gain extra skills and to meet people from different backgrounds.
Quxube also got a job within the university as Student Associate. She said, ''those roles and activities helped me to grow as a person as it boosted my self-confidence and other interpersonal skills.''
During her final year at university, she started her online business (selling mainly Oromo items) and it is around this time that she also started a Youtube channel.
Quxube says, '' I started the channel to empower youths in my community however, it didn’t attract a lot of people and decided to move on to something else but in the future, I am looking for ways to empower youths. '' 

Quxube graduated from university in 2020 with first-class honours in HR and Business management and now she is currently working full time for Kirklees Council as Business Support Officer. 
She goes on and tells me that, '' As for my future goals: I want to go back to university to pursue a career in international relations at Lancaster University and to work for UNHCR. I also want to create a platform where I can empower youths in our community.''

Thank you for listening to our podcast, and if you like our podcast and want to hear so many incredible people and their stories, don't hesitate to support us.

Buzzsprout - Let's get your podcast launched!
Start for FREE

Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you.

Support the show

'' I want to write books in Afan Oromo, Swedish, and English that will eventually help the Oromo children and others who want to learn Afaan Oromo and Swedish'' Riyana Daud28 Oct 202100:52:05

aanaa2013@gmail.com

Hello everyone, our guest on today's podcasts is Sr. Riyana Daud.
I spoke to Rihanna, who studied nursing and is now also studying engineering.
As a successful young immigrant in her studies, I think it would be more helpful to invite her over and hear her story, which could motivate other young men and girls.

The newly arrived immigrant children and everyone who is now facing the same situation as newcomers in Sweden will learn a lot from Riyana's story how she struggled so hard as a little girl to overcome the challenges of time, culture and language and other barriers  when she  came to Sweden, during her first year. 

I was honoured to interview such an extraordinary young woman, whose story could have inspired so many young girls, boys, and others who had the opportunity to hear her story.
She told me her story as an immigrant  who came to Sweden during her teenager and started  school from 8th grade without speaking the Swedish language.
What amazed me during our conversation, however, was that in the end she not only mastered it, but also completed her studies with excellent results  in the Swedish language and is now a nurse and is studying another profession at the same time. 
It's impressive  story and she is determined, dedicated, to achieve  what she has dreamed of, and very passionate about learning new things.
She also told me that she has the ambition and desire to write a book in Afan Oromo, Swedish, and English that will eventually help the Oromo children and others who want to learn Afaan Oromo and be multilingual in the future.

I had a very fruitful conversation with Riyaana AND warmly invite you to listen to our podcast and support us if you want to hear more inspiring stories from so many people too.


Support the show

DISCUSSIONS WITH OROMO intellectuals and academics on current issues and historical marginalizations of the Oromo people by successive Abyssinian rulers, from MINILIK TO ABIY AHMED. The discussion was hosted by Ayyana Gobana and the guests were Prof. Aga25 Oct 202101:19:00

aanaa2013@gmail.com

DISCUSSIONS WITH OROMO intellectuals and academics on current issues and historical marginalizations of the Oromo people by successive Abyssinian rulers, from MINILIK TO ABIY AHMED. The discussion was hosted by Ayyana Gobana and the guests were Prof. Aga Mosisa and Dr Hinsermu Tesso.

Support the show

#Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!04 Apr 202401:25:57

aanaa2013@gmail.com

Egeree OROMIYAA 

Dr. Dagafaa waliin


Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati.

Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha.

Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan hojjatee egeree ofii fi dhalootaa tolfachuun dirqama keenya.

Kanaaf warra bara dukkanaa turan irraa egeree Oromiyaaf waa iyyaafanna…

Warra kaleessa jiraatanii hardhas nuwaliin jiranii fi jaboo akkuma bara qeerrummaa fi ga’eessummaa isaanii kan tahan  nama jabaa tokko arganne.

Keessummaan keenya hardhaa, qaroo, hayyuu, sabboonaa, namni taphaataa fi yeroo hunda fuula isaanii irraa gammachuu fi milkii himoo fakkaatan Dr. Dagafaa Abdisaa ti.

Dr. Gama tokkoon hundeessitoota MDhO fi ammallee gaafatamaa MDhO yoo tahan akka keessummaatti dhiyaachuu keessaniif galanni keessan guddaa dha.

Support the show

Yadakol, who moderated the Oromumma Vision Program (OVP), had a wonderful conversation with our prominent and house power of Oromo and Oromumma knowledge and wisdom, Prof. Asafa Jaalata, and you are invited to listen to our podcast for today.25 Oct 202101:11:57

aanaa2013@gmail.com

Prof. Asafa Jalata Department of Sociology, The University of Tennessee, Knoxville, TN, USA.

Abstract
In his book, Brian J. Yates (2020) overgeneralizes the experiences
of a few Oromo collaborator individuals from the Tulama and
Wallo Oromo to the affairs of these Oromo groups. It claims that
the Tulama and Wallo Oromo participated in the construction of
the modern Ethiopian state between 1855 and 1913 and, in the
process, became Habasha by abandoning their Oromo culture and
identity. If the colonization of peoples would transform the
cultures and uniqueness of the conquered peoples, today, the
entire world population would have become the English and the
French by rejecting their respective cultures and identities. But
colonialism only creates collaborative classes from the dominated
population groups to use them as intermediaries to facilitate the
exploitation and oppression of the subaltern groups. The Tulama
and Wallo Oromo case is not different. The Oromo intermediaries
from these Oromo groups were assimilated to the
Amhara/Habasha culture and state to promote their interests and
the interest of their colonial masters at the cost of the Oromo
masses. By using the critical and political economy analytical
approaches, this review essay debunks the claims that the author
of the book makes by ignoring the history, culture, and identity of
the Oromo people, which have been suffering
under Habasha colonialism in general, and Amhara colonialism in
particular, for more than a century.
Keywords
Tulama and Wallo Oromo, Oromia, Gobana and Menelik, Habasha, Competing
Nationalisms, Oromo, Amhara-Tigray, The Manz/Shawa Kingdom, The Ethiopian
Colonial State
Share and Cite:
Jalata, A. (2021) Review Essay: Are the Tulama and Wallo
Oromo Habasha?. Sociology Mind, 11, 125-146. doi: 10.4236/sm.2021.114010.
1. Introduction

The author alleges that the Northern Oromo, namely the Tulama and Wallo
Oromo, became Habasha through cultural and political interactions with the
Amhara kingdom of Manz, northern Shawa, by abandoning their cultural norms
and Oromo identity and formed the modern Ethiopian state between 1855 and
1913. His specific objective is to liberate the Tulama and Wallo Oromo history
from Oromo nationalism, which mobilizes the larger Oromo society. By including
them in the Habasha peoplehood or community, Yates claims to reject ethno-racial
categories that essentialize Oromo and Amhara histories and undermine the reality
of “the multiethnic Habasha cultural community in creating modern Ethiopia.”
The author criticizes Ethiopian studies for using ethno-racial categories and Oromo
studies to silence “the Northern Oromo groups who played a role in creating
modern Ethiopia.” By rejecting the concept of ethnonational or ethnic categories
such as Oromo, Amhara, and Tigrayan, Yates defines the Habasha as a cultural
community. However, Yates does not explain how the relationship between the
indigenous Oromo and the expanding Amhara gradually emerged and evolved into
conflict, series of wars, colonization, and contradictions. He considers the Tulama
and Wallo Oromo as raw material from which the Habasha constructed their
peoplehood, nation, and state. If, as he claims, both the Northern Oromo and the
Amhara and Tigray ethnonational groups, which he calls the Habasha, jointly
constructed the Ethiopian state, why has this state continued to entirely reflect the
Amhara culture, identity, language, and religion? Or did the Oromo culture,
identity, religion, and language lack the substance needed to construct a state?

Support the show

What is going on in Matakkal zone of Benishangul Gumuz zone? The reality on the ground11 Oct 202101:02:54

aanaa2013@gmail.com

Our our team, Yadakol interviewed Mr. Temesgen Gammachu, one of the Oromo lawyers and human rights defenders in Ethiopia who fought for the rights of the Oromo nation in general and in the Metekel zones of Benishangul Gumuz in particular.
In their conversation, Mr. Gammachuu explained the serious human rights violations in the Metekel zone of the Benishangul Gumuz region, which were committed by the Amhara militia and the mercenaries of Abiy.
We encourage you to listen to our podcast and do not hesitate to leave your comment which will ultimately help us continue our work as a voice for our voiceless Oromo nation.

Support the show

IRREE KOO08 Oct 202100:14:24

aanaa2013@gmail.com

Walaloo Caalaa Hayiluu

Buzzsprout - Let's get your podcast launched!
Start for FREE

Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you.

Support the show

© My Podcast Data